Kdr Sh
Alhamdulillah
10/10/2025
Hi akkam jirtu ๐
Qophii baachoo garaa garaa kan irraa baratan, kan hiika qabu, kan ittiin bohaartan๐
Qabadhee dhufuuf fedha hordoftootaa ilaafan dhufe๐
Part 119 qabdi
Kan fedha qabu Comment lakk 1
Kan hin barbaanne lakk 2 barreessaa.
20/09/2025
Hiriyaa koo qaalii kanan isaaf jecha hin qabne naaf jiraadhu Isayas Bula waggaa 189 fi ji'a 2 fi torban 4๐คฃ
Haala feete keessa yoo jiraateelle Allahamdullilah jechu dhiisin habiibii๐ค๐ฟ
20/09/2025
Coppy
โ ๐๐ ๐น๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐ฝ๐ ๐ ๐ฃ๐๐ฆ๐๐๐ โ๐๐๐ข๐๐๐ฆ๐
Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru. Lakkoofsa guutuu ta'ee dhalata malee. Ati of daangesitee teessa taanan eenyutu daangaa si ceesisa?
Addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jiraa?
โชYoo qophaa'aa taate, guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattudha.
โ๏ธ๏ธ๏ธJaarraan kun jaarraa mul'ataan injifataniidha malee jaarraa mufachuun injifatanii miti.
โ๏ธ๏ธ๏ธ Ilaamee! Addunyaan ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ค๐๐ fi jecha ati waa'ee keef qabdu keessa jirti. Nama jechuun bu'aa yaada isaati. namni waanuma nyaatu fakkaata. Barrisuu kan dandeessu hanga barrisuu dandeessu yoo amante qofaadha. Of hin shakkin inni namni biraa si shakku iyyuu si ga'aa.
โ๏ธ๏ธ๏ธ Dirree itti injifatamte keessatti lubbuun jiraachaa hafuukee caalaa dirree itti injifatte keessatti duutee awwaalamuu siif wayya. Meeshaa ammayyaa caalaa ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni. Tulluun ofiin beekee si duraa kufu hin jiru akkasumas tulluun ati dhiibdee si duraa kufuu didus hin jiru.
โช ๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ injifannoo malee hidhamee jiru qabaachuun rakkisaadha. ๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ hidhamaadhaan addunyaa hiikamaa keessa jiraachuu irra qaamaan hidhamanii ๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ hiikamaa qabaachuu wayya.
โ๏ธ๏ธ๏ธ Rakkina kaleessa sirra ga'e har'as rakkina jettee dubbatta taanaan, har'a iyyu namatu siif hin argine malee ati rakkina isa kan kaleessa caalu keessa jirta.
Of booda hin ilaalinโ ๏ธ
Borii kee namni siif ilaalu hin jiruโ๏ธ
๐๐จ๐จ ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐๐ง ๐๐๐๐๐ญ๐ฌ๐๐โ๏ธ
Follow my page
13/09/2025
๐ฃ๏ธ Sammuu kee Leenjisi /Train your mind/
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ๏ธ Leenjiin ilma namaatiif waan murteessaadha. Namni waan hin beekne beekuuf yaaluu qaba. Ilmi namaa yoo shaakaluu barachuu dhiise malee wanti inni hin dandeenye hin jiru. Kun kan agarsiisu, ilma namaa keessa dandeettiin addaa jiraachuu agarsiisa.
Fakkeenya salphaa yoo fudhanne, namni kamiiyyuu yoo hin yaalin ykn yoo shaakalin barreessuu tasuma hin danda'u, konkolaataa oofuu hin danda'u, afaan dubbachuu hin danda'u, shaakala sport adda addaa gochuu hin danda'u...ilmi namaa bu'aa waan leenji'eeti jechuudha. Sammuu leenjisuun waan hunda leenjisuudha! Waaqayyo sammuun keenyaan, hafuuraan akka geggeeffamu godhee ilma namaa uumeera. Kun uumama hundarraa adda nu taasisa. Sammuun waan nuuti leenjisne kamiiyyuu leenji'uuf qophiidha. Waan gaarii, milkii, na danda'a yoo leenjisne waan gaarii bu'aa qabu hojjetee nutti agarsiisa, sodaa, shakkii, dadhabina, hin danda'u yoo deddeebinee itti himne, isuma shaakala bu'aa isas ni argina.
๐ Kutaa qaama keenyaa kan biras akkuma leenjifnu, waan dansaa yaadutti sammuu haa leenjifnuu.
Addunyaan kun garuu, warra sammuun naaffatanii fi warra sammuun hir'uun malee warra qaama miidhamaniin tasumaa hin baddus, hin barbaaddus. Silaa naaffachuun qaamaa milkaa'ina namaatti daangaa osoo godhee Pireezendatiin Ameerikaa 32ffaan, Roosevelt wheelchariirra taa'ee hoogganaa hin ta'u ture.
โ๏ธ Helen Keler isheen ija ittiin libsattu hin qabne akkasumas duudaa taate, barreessituu fi nama siyaasaa cimtuu ifa biiftuu jalaa hin taatu ture. Rakkoon naafummaa sammuu caale hin jiru. Gidiraan sammuun gabroomuu caale hin jiru, hin jiraatus. Rakkoo kana jalaa bahuuf immoo sammuu keenya leenjisu qabna. Sammuun leenji'e burjaajjii irraa nu bilisoomsee yaada keessoo keenyaa akka jiraannuu fi hiika dhalachuu keenyaa akka jiraannu nu taasisa!
Maddi: Kan dubbifne irraa๐
09/08/2025
With my โค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Riyade Ibrahim Abdulwab
Facebook Lite for Android This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.
With Emir Abdu โ I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!
๐๐๐๐ฅ๐ฅ๐ข ๐ก๐๐ฆ๐๐๐ง ๐ฒ๐ค๐ง ๐ง๐๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐ช๐๐๐๐ง ๐ข๐ฆ๐๐ฅ๐ ๐ค๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ค๐ค๐ ๐ญ๐'๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ ๐จ๐๐ก๐ข๐ง. ๐๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐. ๐๐ญ๐ข ๐๐๐ง๐๐๐๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐ฒ๐๐๐๐๐ ๐จ๐ฅ ๐ช๐๐๐๐. ๐๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐ค๐๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ฃ๐๐ฅ๐ช๐๐๐ข & ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐ค๐๐ ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐๐๐๐๐ญ๐๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐๐ก๐๐๐ก๐ฎ. ๐๐ค๐ค๐ ๐ญ๐'๐ฎ ๐ ๐จ๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฎ ๐๐ฆ๐๐ง๐ข & ๐ค๐๐ซ๐๐๐ง ๐๐ค๐ค๐ ๐ญ๐๐ฌ๐๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ง๐ข ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ขirama.
Follow me
๐๐๐ฅ๐ฆ๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐ค๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐ฌ๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐๐๐๐ฅ๐๐ ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ญ๐'๐ฎ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ ๐๐'๐๐๐.
Keep follow me
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
FB