Dechasa Amenu

Dechasa Amenu

Share

Injifatan Hamilee hin dhabuu injifachuuf dhama'i.!!
✟✟✟

Photos from Dechasa Amenu's post 20/04/2026
03/03/2026

.
Isheen mucaa xiqqoo callisteema waraqaaf peennaa argiteedhaaf waa katabdu miti. Isheen kun xiinsammuu, Abdii, Hawwii, karoora egeree, abjuu, jaalala barnootaa fi jabina Hawwaasa Keessaa baatee mul'isti. Isheen kun waanta ijoolleen hedduun magaala keessa soofaa irra taa'anii hin goone, bakka sodaachisaa, Haa turuu daa'ima, bineensi bosonaayyuu itti lubbuu of baraaruu malee waa yaaduuf hin yaalle keessa, lafa gobaan qaama nama waraanu irra quphantee waa barreessiti.

Isheen kun buqqatiin addunyaa fi biyyuma kana keessatti ennaa hedduu yeroo tahu waan daa'imni gootu boohicha, gadda yookiin ija keessa nama ilaaluu miti kan isheen goote, isheen peennaa huutee waraqaarratti waan keessashee jiru akkanni katabuuf dirqisiisaa jirti. Isheen kun adda.

Isheen kun yeroo hunduu lubbuu qofa of baraaruuf kaatutti firashee tokko qabatteedha manaa baate. Peennaa namni hedduun hin yaadanne, bu'ee baduufii waraqaa adii. Firashee kana duukaa waliin dubbii gochuuf haalonni isheen keessa jirtu ishee hin dirqine. Hiriyyoota waliin mana barumsaatti beektu, mana barumsa ishee jaallattu sana gidduu akka waan jirtutti haala ishee marse dhiistee gad jetteetti, lafatti osoo hin taane waraqaatti.

Isheen Kun Haamileedha, Abbootashee abdii kutatanii ciisaniif nu obbolootashee warra barumsaan isheerraa fagaateef. Isheen kun xiyyadha. Uummanni barate, Uummanni dammaqee waa katabu, Uummanni Afaan guutee lakki jedhu akka deddeebiidhaan waraanamu. Isheen kun alaabaadha; Alaabaa Dooktar Haayilee fidaan qabatu, boor guyyaan kun darbee Uummanni barate, dammaqee fi hidhate akka garbummaa oduu durii godhu.

Isheen kun daa'ima miti,Xiinsammuu Hawwaasichaati.
Baga nu barsiistan, galatoomaa.

18/02/2026

!!

28/01/2026

🎉 Facebook recognized me as a top rising creator this week!
Hiriyaa Dhugaa

Photos from Dechasa Amenu's post 19/01/2026

Isiniif Mala dhugaa Congratulation
gurracha Afrikaa

18/01/2026

Guyyaa isaatu dheerata malee bara isaatu fagaata malee namni lubbuun jiruu hinuma wal arga

Naman baay'ee Jaaladhuu turtii waggaa 6 boda

16/01/2026

Photos from Dechasa Amenu's post 13/01/2026

🛑 WAAMICHA LUBBUU BARAARUU: DHIMMA ARIIFACHIISAA! 🛑
"Namni nagaa qabu waan hunda qaba; namni dhukkubsate garuu fayyaa qofa hawwa."
Obboleessi keenya Saamu'el Alamuu waggaa darbe irraa eegalee dhukkuba kanaan qabamee, maatii fi firoottan isaan yaalamaa, dhiphinaafi gidiraa cimaa keessa dabarsaa tureera. Haalli isaa guyyaa irraa gara guyyaatti fooyya'uu dideen, yeroo ammaa kana dhibeen isaa itti hammatee sadarkaa yaaddessaa irra gahee jira.

Hospitaala seenuun hordoffii taasifameen Wal'aansa Baqaqsanii Hodhuu (Surgery) ariifachiisaa ta'e akka argatu murtaa'eera. Garuu, baasiin wal'aansa kanaaf gaafatame humna maatiifi firoottanii ol waan ta'eef, dhiphina guddaa keessa seenanii jiru.
😭 Yaa lammii koo, Saamu'el har'a harka keessan waaqaa gaditti abdata!
Obboleessi keenya dhibee kanaan mo'amee, lubbuun isaa darbee gadda maatiitti akka hin taaneef, humni keenya birmannaa isin gootani. Har'a guyyaan kan gargaarsaati, kan wal-bira dhaabbannaati. Waan qabnu irraa "xiqqoodha" osoo hin jedhin, hamma humna keenyaa hiixachuun lubbuu obboleessa keenyaa haa baraarru!
Harka namaa ilaaluun ulfaata; garuu harka wal qabachuun ba'aa salphisa.

📢 Karaa herrega bankii armaan gadiin gumaacha keessan nuuf ergaa:
🏦 CBE (Baankii Daldala Ityoophiyaa):
1000113402125
🏦 Awash Bank:
01335433683300
📱 Telebirr:
0910014115
👤 Maqaa Herregaa: Gemechu Fikadu Tufa
⚠️ Hubachiisa:
Namoonni qarshii ergitan nagahee (screenshot) isaa Telegramii irratti nuuf erguu hin dagatinaa.
📩 Telegram Link:
📞 Bilbila: 0910014115

Photos from Dechasa Amenu's post 30/12/2025

Olmaan Hiriyyaa Akka Obboleessa Wajjin

17/12/2025

Ta'eera.



Namoonni gamaa'uuf isin rakkisee yoo jiraate ammuma na qunnamaa.

A Gudeta



Carraa Gaarii !!!!!
Namoonni Isiin rakkisee keessan nu dubbisaa

04/12/2025

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Wollega
Addis Ababa