Bright Film Production
Bright Film Production
please text me!
06/05/2026
Gadhiifameera!
Maaraakii Biraanuu SIIFAN HIMA new Oromo music video 2026 Tiksee Entertainment Chaanala kanarratti Sirboota Afaan oromoofi viidiyoowwan biroo Afaan Oromootiin hojjetaman hawwisiisoo ta'an argattu!Tiksee Madda Bohaar...
05/05/2026
Yeroo dhiyootti!
On
Bright Film Production
28/04/2026
Hojii Haaraa Maqaa Haaraa Bright Film Production qabannee dhufnee jirra.
Eebbaa Caalaa
Toora Youtube channel qabannee dhufaa jirra!
28/08/2022
Miidiyaa Haqaaf dhaabbate akkasiin, xiqqeessuun dogongora!
Miidiyaan Teenni UBUNTUn Nama hin xuqu, Xuqamnaan hin dhiisu!
Namoonnii Guyyaa lamaan kana, Miidiyaa keenya Ubuntuu, Irratti sababa Nam tokkoon duula nurratti gaggeessuuf Olola oofaa jiran, Akka of ilaaltan jenna!
Miidiyaa biyyaaf dhaabbatee Halkaniif guyyaa hojjechaa Sagalee sabaa ta'uun Waan xiqqoo akkasiin, Duula jibbinsaa Oofuun Akka Nuti Afaan Oromoon hin hojjenneef nu gochaa jirtu!
Miidiyaan keenyi, Akka Afrikaatti Malee akka nam tokkeen miti hojiin itti jiru!
28/07/2022
Gareen atileetotaa Itoophiyaa shaampiyoona atileetiksii Oriigaanitti hirmaataniif daandiiwwan magaalaa Finfinnee irratti simannaan taasifamaafi jira.
Atileetotni kunneen kaleessa galgala yeroo buufata xiyyaaraa gahan kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee achitti argamuun isaan simataniiruu.
Guyyaa har'aa pireezidantii Federeshiinii Atileetiksii Itoophiyaa atileet Daraartuu Tulluu dabalatee, atileetoota dorgommii kanarratti hirmaataniifi injifatan, jiraataan magaalaa Finfinnee daandiitti bahee harka fuudhuun simachaa jira.
Itoophiyaan dorgommii kana irratti warqee afur, meetii afurii fi maaldaa lama fiduun Ameerikaatti aantee akka addunyaatti sadarkaan lammaffaa qabachuun xumurte.
Suuraan: Fana Broadcasting Corporate
28/07/2022
Hogganaan bulchiinsa naannoo Tigraay fi dura taa’n ABUT Dr. Debretsiyoon Gebre Mikaa’el saba himaa naannoo Tigraayif ibsaa kennaniin wal waransii mootummaa feederalaa wajjin tasifamma jiru karaa naaga fi marii siyaassatiin akka raawatuu fedhii akka qabanii ibsanii jiruu.
Haa ta’u malee tajaajillawwan bu’uraa addan citaan ittu hin jalqabin, naannooleen Tigraay heera irra jiran ittu hin deebi’in marii akka itti hin fufne hubachisani jiru.
Dhimma kana irratti gaaffiwwaan dhiheesuu isaaniif deebii eeggachaa jiraachuu isaanii kan himan Dr. Debretsiyoon, dubbichaa kan harkaa qabduu Amerikaadhaa jedhaanii, jaras gaafachaa akka jiran dubbachuudhaan yoo gaaffiin isaanii deebii hin arggannee lola akka itti fufan beeksisanii jiru.
Ibsaa mootummaa naannoo Tigraay kana irratti Mootummaa Yunaayitd Istets irraa deebiin kallatiidhaan kennamee jiraachuu baatus marii Mootummaa Itiyoophiya fi ABUT gidduutti tasifamuuf deemu isaa gamataan Afirikaa mijeesee biyyii isaanii akka degertuu Itiyoophiyaatti hojii raawwachiiftuu Mootummaa US kan ta’an ammabassader Tireesii aan Jaakobson himanii jiru.
Moraa embasii finfinnee keessaa bakka bu’aan Gamtaa Afrikaa akka jiran kan ibsaa Ambaasader Treesii Jaakobson, haala marichaa mijeessudhaa fi gareen kamuu gargaarsii barbaaduu yoo jiraate gargaaruudhaaf qophii ta’uu isaan akka dubbatan gabaasameeraa.
Maddi VOA Afaan Oroomti!
Afaan Oromoon, Sagantaalee qabnu mara dabarsuuf haalduree hunda xumurachuutti jirra!
Hagasitti Waliif qooduun Midiyaa Keenya kana Nuuf beeksisaa!
09/07/2022
!
Osoo Miidiyaa guddaa akkasii qabnuu akkamiin Jaal Marroon, Miidiyaa diinaarratti dhiyaata🤔
ABIYYI Marii didee gara waraanaatti fuula naannefachuuf waan jiru fakkaata, Garuu bu'aa inni waaraanarraa argatu; Diigamsa biyyaaf, dhumaatii Uummataa yoo ta'e qofadha!
Waan Oromoo kabachiisu, sabni filannaan qaamni jala dhaabatu diina qofa!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
ADISABABA