Awal Abdi Saba
I am Oromo Proud
06/04/2025
Gamtaan Awurooppaa Itoophiyaatti walitti bu’iinsa uumamaa jiru irraa bayyannachuuf dabalatee sagantaalee misoomaa ja’aaf kan oolu Yuuroo Miliyoona 200 fi miiliyoona 40 (Birrii biiliyoona 32) deeggersaan kenne.
Waliigaltee deeggersichaa Ministirri Maallaqaa Itoophiyaa Ahimad Shidee fi Itoophiyaatti bakka bu’aan gamtichaa Ambaasaaddar Soofii Imasbargar mallatteessaniiru.
Deeggersichi yeroo Itoophiyaan fooyya’iinsa dinagdee hojiirra oolchaa jirtutti raawwatamuun isaa akka gaariitti ilaalamuu ministirichi dubbataniiru.
Ambaasaaddar Soofiin gama isaaniin deeggersichi biyyoota miseensa gamtichaa irraa kan argame ta’uu kaasanii, misooma dinagdee Itoophiyaaf kan oolu ta’uu hubachiisan.
Akkasumas dhaabbilee diimokiraasii jajjabeessuu, adeemsa haqa ce’umsaa deeggeruu, sirna koorniyaa fi walqixxummaa hawaasummaa dagaagsuuf kan oolu ta’uu ibsaniiru.
Fooyya’iinsa diimokiraasii hojiirra oolchuu fi walitti bu’iinsa yeroo dhiyoo as uumamaa jiru irraa bayyannachuuf kan gargaaru ta’uunis ibsameera.
27/11/2024
Godina Salaalee Aanaa Dharraa ganda Dirree Margetaa, Warree Gabiroo fi gandoota biroo keessa ummata jumlaan hidhaatti guuraa jiru jedhan.
Namoonni miidhaa isaaniirra ga'e dubbatan maaliif dubbattan jedhamuun adamsamanii mana hidhaatti guuramaa jiraachuu himaniiru.
Dabballoonni mootummaa Aanaa Dharraa gocha irratti raawwatame isaan miidiyaatti himatan soba jedhanii irra deebiin viidiyoo biraa waraabuun miidiyaa hawaasaa irratti qooduun dhugaan uummatichaa akka dhokatuuf shira jabaa hojjechuutti jiru jedhame.
Tibba kana miidhaa humnoota finxaaleyyii faannoo Amaaraa fi humnoota mootummaan isaanirra ga’e miidiyaatti himachuu isaanii hordofee doorsifni jabaan humnoota mootummaan irratti raawwatamaa jiraachuu jiraattota OMN dubbise himaniiru.
Jiraattonni qe’eefi qabeenya isaaniirraa humnoota faannoon akkasumas haleellaa qilleensa irraa humnoota mootummaan raawwatuun shororkeeffamanii gara bosonaatti baqatanii jiran rakkoo isaanirra ga’e himatan.
Himannaa isaanii kanaa booda dabballoonni mootummaa aanaa Dharraa kan isaan himatan dabalatee dargaggeessi humnoota finxaaleyyii faannoon viidiyoo waraabamaa qalame yoo soba jechuu baattan isin rashanna jechuun erga doorsisanii soba jedhanii kan dubbatan viidiyoon biraa qoodameera.
Jiraattota ganda Dirree Margetaa keessaa guyyaa dheengaddaa namoota hidhaman keessaa; Ahmed Muhammad intala isaa faana, Iwwee Getaachaw, Awwaluu Ayyalaa, Suleeymaan Yaasin kanneen jedhaman warra maqaa arganne keessaati.
Maatii mucaan isaanii tibba darbe humnoota finxaaleyyii faannoo Amaaraan jalaa qalame isaan miidiyaatti himatan dabalatee maaliif himattan jechuun qabanii hidhaniiru jedhame.
Amaaraa Afsaw kan ilmisaa jalaa qalame, Tafarii Zagayyee, Alamuu Taaddasaa namoota jedhaman qabanii mooraa waraanaa magaalaa Adaree galchuun soba hin qalamne jedhaa dubbadhaa jechuun akka dubbatan dirqamsiisaniiru.
Soba jettanii irra deebitan dubbachuu yoo baattan isin rashanna jedhanii waan doorsisaniif maatii namoonni jalaa ajjeefamanis lubbuu isaaniif sodaatanii dirqamsiifamuu himan.
Namoonni hedduun lakkoofsaan gara 16 olii ta’an mana barumsaa Ceekaafi magaalaa Adaree mooraa waraanaa keessatti hidhamanii jiraachuu OMN jiraattota irraa odeeffateera.
27/11/2024
Yèŕòó Åmmàá Bìỳýà Kàñà Ķèéssà Ńàmà Mêêqååtù Ĥòjìí Oțóò Ĥìñ Qàbñè Tàà'áà Jìŕà? Yèŕòóñ Tèķñòólòjìídĥà Sà'áțìí 7 Ķèéssàttì 5,400 Òl Ĥòjjèçĥùúñ Ñì Dàndà'ámà. Åppìlìķèéṣĥìñìí Åìí Gàdìí Ķàñà IÑṢȚÅLL Gòdĥàçĥùúñ Åmmùmà Iŕŕàá Ițțìíñ Hòjjèçĥùú Jàlqàbàa 👇👇
👉 https://play.google.com/store/apps/details?id=boniq.boniwin.com
🥰🤷🥰
21/05/2024
OMN Horn Odeessaalee Caamsaa 20, 2024 Join this channel to get access to perks:https://www.youtube.com/channel/UCmAnzjcjIgtWuE6AnBCViTg/join
21/05/2024
OMN ODUU CAAMSAA 20, 2024 Join this channel to get access to perks:https://www.youtube.com/channel/UCmAnzjcjIgtWuE6AnBCViTg/join
21/05/2024
የ ቀን የአማርኛ ዜና ግንቦት 12 - 2016 ዓም - ዜና ለአፍታ Abbay News - Ethiopia የዓባይ ቲቪ ዜና YouTube ሰብስክራይብ ያድርጉ 👇https://www.youtube.com/?sub_confirmation=1የዓባይ ቲቪ ዜና page 👇https://www.facebook.com/AbbayTV/ ...
19/05/2024
💥 Vacation time 💥💥
Click here to claim your Sponsored Listing.