Sister Hawi

Sister Hawi

Share

Fayyan Fayyaa

28/06/2024

# DHALA DHABUU/ INFERTILITY
* dhala dhabuu jechun:- Wal qunnamti saalaa eegumsa male yero madalawa ta'e Wagga 1 booda ulfaa'uu dadhabuu jechudha
GURGUDO ISAAN ITTIN DHUFAN
1 sababoota gadameessaa jedhama kunis k***n akka tishuwwan madaa, radiyeshini , wal'ansa kanseri irra miidhan gadameessa kessan irra gahu ulfa ittisu danda'a
* Kunis dhala dhabuu Kan asherman syndrome jedhamu Kan bay'ee hin mul'ane Kan tishu Mada gadameessa kessan kessa jiru cufamu ulfi akka hin umamne tasisu danda'a
2 sababoota ovarii :- madalli hormoni , fi wal'ansi Kan akka kemoterapi , radiyeshini tishuwwan ovari balesus danda'a
3 sababoota ujummo / tubal factors
* sababaa cuufamuu ujummoo
4 sababoota qaama gadameessa / cervical factors
* dhiphini gadameessa ykn wantoota biro gejiiba wal hormata ispermi gufachisan irra Kan ka'e ta'u danda'a
# mallattolle isaani
1 laguun yero sirri hin tane dhufu
2 laguun jirachuu dhabu ta'u danda'a
* WANTOOTA NUN GOCHU QABNU
1 Gara mana yalaa demu
Wan ittin ofira ittisnu
* ulfatina qaama fayya qabessa ta'e qabachu
* dhiphina hir'isu
* qooricha seeraan alaa irra fagachu
# yero ulfa rakkole isaan fidan
* yero male dhalachu
* guddina da'imaa dangesu
* ulfa/ da'ima 2 fi Isa ol ulfa'uu
👇👇👇👇👇👇
SisterSister HawiFSister Hawiw

19/06/2024

DHIIGNA GADAMEESSA SIRRI HIN TANE/ ABNORMAL UTERINE BLEEDING
* Dhiigni gamadeessa kessaa yeroo biraa caalaa dheera ta'e ykn yero sirri hin tane Kan umamudha
* SABABOOTA ISANII
1 Madalli hormoni dhabuu
2 jeequmsa dhiiga
3 qorichi ykn kanseri tokko tokko dhiigni akka hin baratamne gochu danda'a
# SABABOOTA BALAA GESSISAN
1 ulfa ofirra basuu
2 ulfaa gadameessa alaa / Ectopic pregnancy
3 yeroo laguu dhabuu yalaa hormoni
4 Wal qunnamti saalaa
5 hormoni yeroo dargaggumma fi nannoo laguu dhabuu
*MALLATTOLEE ISANI
1Marsaa laguu Wal hin simne
2 dhiiga Walqunnamti saalaa bodaa
ISAANII
1 Dhiigni laguu bay'ee ta'ufi yeroo dheeraaf dhangala'udha / menorrhagia
2 dhiigni yeroo laguu idilee giddutti dhiiguu hin baeamnedha / metrorrhagia
3 marsaa laguun ji'a Isa male bay'ee dhiiguu dhufu / menometrorrhagia
4 laguu yeroo bay'ee mul'atu ykn dhiigni yeroo hunda Kan yeroo guyyota 21 gad ta'edha / polymenorrhagia
5 marsaa laguu bayee Kan ta'e tane / hypmenorrhagia
6 dhiigni laguu guyya 35 ol addaan bahee Kan umamudha / Oligomenorrhagia
7 Wal qunnamti saalaa boda dhiigu/ post co**al bleeding
NUN GOCHUN QABNU
* jalqba mana yalaa demu
Qorichota k***n akka COC jenu fudhachu
* RAKKOLEE ISAAN NUTI FIDU DANDA'AN
1 dhala dhabuu
2 kanseri gadameessa
Sister Hawi

04/04/2024

# DHUKKUBBII QOLAA IJAA JALAA / HORDEOLUM / STYE
*ujummon xixiqqoo qolaa ijaa sararan erga cufamani boda Kan umamudha
# SABABOTAA ISAANI
1 bakteriya stapilokokasi
2 kosmotiksi ijaa irra fayadamun
3 qulqullina naannoo ijaa eguu dhisu
4 dhibe ijaa biroo qabachu
# MALLATTOLE ISAANI
1 dhukkubbi
2 dimachu
3 dhita'u
4 ifaa cimaa ilalu dadhabu
5 ijaa kessa waan tokko akka jiru itti dhaga'amu
# MAL GOCHU QABNA
1 Bishaan ho'a daqiqa 10f guyyatti si'a 2 torban 2-4f irra gochu
2 Harka yero bay'ee dhiqachu
3 naannoo ijaa bay'inan dhiqachu
4 Iddo dhukkubbu tutuquu dhisu
5 kosmotiksi Turan fayadamu dhisu
Sister Hawi

03/04/2024

# GAGAABDO/EPILEPSY
*Kunis rakko sochi seelii narvi sammuu keessatti jeeqame dhukkubbi garaa kessa fidu
* dhukkubbin gagaabdo sababaa jeequmsa dhaloota ykn miidhan sammuu argate Kan akka miidha qaama ykn dhiigni sammu kessatti dhangal'u irra Kan ka'e Kan umamu danda'udha
ISANII
1 Of wallaalu
2 Rakko hafuura baafachuu ykn hafura baafachu dhaabuu
3 Qaamnii Namaa jabaachu
# SABABAA ISAANII
1,miidhaa Maata
2, miidhaa sammuu naanno da'umsaa
3, falaama / infekshinii narvi giddu galessa
4, Rakko dhaloota
5, dheeraaf alkolii dhuuguu fi dhalootan dhufu danda'a
# Wanti kun gaafa umamu wan gochuu qabnu
* Namaa Sana suuta garaa cinaacha tokkotti garagalchu
* Naanno nama Sana wan jabaa ykn qara qabu irra fagessu
* wan lallaafaa fi dirriraa akka ufataa dachaafame mataa isaa jalaa ka'u
Sister Hawi

31/03/2024

/HEMORROIDS
* Ujummoolee dhiigaa kannen karaa qaama saalaa kessa babal'atandha .
Kunis - namoota umurin isaanii 50 ol 50% ol ni qabatu
*GOSOOTA KINTAROTI / HEMORROIDS
1, dhibee herrhoids kessa kunis- dhukkubii Kan hin qabnedha
2 , dhibee hemorrhoids alaa kunis- dhukkubii cimaa Kan qabudha
# MALLATTOLE
* hokksisu
* dhukkubii
* dhiigaa diimaa obatti waliin
QORICHAN ALAA
1 nyaata dhangala'a fi mi'esitun itti hin bayane nyaachu
2 Goginsa gaara irra egachu
3 bishaan ashabo qabu ho'isun kessa ta'u ykn dhiqachu
Kanan of Yalaa

Sister Hawi

08/03/2024

*KANSERI DHIIGA / BLOOD CANCER
* kanseri tishuwwan dhiiga uumuu ,dandetti qamni infekshini ofira itti balesu tkn gufachisudha
*SABABOTA KANSERI DHIIGA
1 Tambo xuuxu
2 kanseri
3 seenaa maatii dhukkuba dhiga qabachu
4 Rakko uumama
* MATTATOLLE ISAANI
1 dhukkubi lafee qaama
2 garaa kasaa
3 dadhabi
4 ho'a qaama
5 fedhii nyaata dhabuu
6 salphatti mada'u
7 madaa afaani
8 dhita'u qaama
* WATTOTA GOCHU QABNU
1 Tambo xuuxu dhisu
2 ulfaatina fayya qabessa ta'e eguu
3 sochi qaama tasisu
# kanseri dhiiga irra fayyun hin danda'amu ha ta'u male wal'ansa jireenya tasifama
Sister Hawi

14/02/2024

*SEELLI DHIIGA DIIMA
@ seellonni dhiiga diima gosa seelli dhiiga bay'ee beekamaa ta'efi Mala ijoo lafee dugdaa oksijiinii Gara tishuuwwan qaamaatti gessu karaa dhangala'aa dhiiga sirna marsaa dhiigatti
*SABABOOTAA DHIBEE SEELLI DHIIGA DIIMA
1 dhukkubonni dhiiga fi jeequmsi heddun jiiniin Kan dhufudha
2 miidhaa qorichii geesisu
3 hanqina soorata tokko tokkoo nyaata kessan kessatti argamudha
# MALLATTOWWAN ISAANII
1 Hafuura bafaachuu dadhabu
2 Dadhabii
3 dhahana onnee sirri hin tane
4 Gogaa diima ykn keello
* WAL'ANSAA UUMAMAA
1 Rumanii nyaachu
2 Kudurallee magarisa
3 Foonif qamadii
4 Tiruu fi nyaata jajjabo soorachu
* MIIDHAA ISAAN BODARA FIDAN
1 Dhiigni sammuu kessatti dhangala'u
2 dhukkuba onnef nu saxilu danda'u
Sister Hawi

07/02/2024

GAD AANAA TA'U SEELII DHIIGA ADII / LEUKOPENIA
* seelonni dhiiga adii dhiiga kessa jiraan gadi aanaa ta'u n dandeti infekshini ittisu gidduu seenuu ni danda'u
SABABOOTA ISAANII
1 Dhukkubota bu'uura wajiin Kan dhufuu yo ta'u
2 Infekshinin fidu danda'u
3 Qorichoni fidan kessumma kemoterapi ,jeequmsa lafee ,kanseri dhiiga ta'u danda'u
* MALLATTOLE ISAANII
1 ho'a qaama ykn qorra qaama
2 Dhita'u ykn dimachu qaama
3 Madaa afaanii
4 Dhukkuba qonqo
5 Qufaa Cima ykn hafuura kutuu
* yalaa umamaa
= vitaminoonni Kan akkka vitamin A,C,F fi Zinki oomisha seelii dhiiga adii gudisu kessatti qabu
* YALAA QORICHA( ANTI FUNGAL
1 FLUCONAZOLE
2 ITRACONAZOLE
3 KETOCONAZOLE
Sister Hawi

01/02/2024

INFEKSHINI GARAACHA KAN PARASAYITI JARDIYASIS / GIARDIASIS JEDHAMUN DHUFUDHA.
* SABABOTA ISAAN ITTIN DHUFAN
1 biyye ykn Bishan manca'an
2 namoota ykn bineensota dhukkuba kanan qabaman irran falamee irratti tutuqa qabanin darba
3 yoo jarmi jardiya liqimse jardiyasisi qabaachu danda'a
# MALLATTOLE ISAANII
1 garaa kaasaa
2 garaa nama jequu
4 bishaan qaama kessa hir'achu
* WANTA GOCHU QABNU
1 of eegganodhan harkaa dhiqachuu
2 Bishaan qulqulina qabu dhugu fi mesha isas dursine qulqulesu
3 yero bineensota waliin qal qabnu if eegganno gochu
# YALAA QOICHA
1 METRONIDAZOLE
2 TINIDAZOL
3 ORNIDAZOLE KAN FUDHACHU DANDENYA
Kessattu daa'imman irratti dhukkubni jardiyasisi cimaan guddina qaama fi saammuu harkisu guddina suuta jechufi hanqina nyaata fiduu danda'a
Sister Hawi

29/12/2023

HIDII DHIIGA SAMMUTI GESU ADDAA CITUU / STROKE
* SABABOTA ISANII
1 tamboo xuuxuu
2 dhuugaatti alkoli baay'ee dhuguu
3 dhukkuba sukkara
4 dhiibba dhiigaa fi kolesteroli olk'adha
* MALLATTOLE ISAANI
1 Akka Tasaa burjaja'u
2 dubachuf rakachu/ dubii hubachuf rakachuu
3 mataa dhukkubi cimaa sababinsa Kan hin bekmne
WANTOTA GOCHU QABDAN
1 Tasgabbi ujummo dhiigaa qilensa fi hafura banana
2 hidda dhiigaa kessa fi hordofi onnee
3 To'anno gilukosi dhiigaa
4 To'anno dhiibba dhiigaa
* KUNUNSA KARAA NYAATA
= Fuduraale fi muduraale
= miidhaan guutuu
= vitamin D Kan jenu isanis
* qurxummi
* hanqaquu
* baduu gogaa
# WANTOOTA ISAAN NURAN GAHAAN
1 jijirama amala
2 Rakko qunnamti
3 of qabuu dadhabu
4 dhiba dhiigaa sammu kessatti dhangala'u
5 mataa dhukkubi
6 yaadaanno dhabuu
Sister Hawi

23/12/2023

#(Yeroo malee dhangalaasu Dhiraa )
Yeroo walqunamti salaa
furmaanni isaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Yero murta'e kessatti yero bay'ee daqiqa 2 hanga 3 gaditi xumuru / dhangalasu
SABABOOTA ISAANI
1 Organiki dachaa kesuma narvi ademsa Wal qunnamti saalaa Walin Wal qabatan Kan hirmachisu
2 xiin- sammu
3 seena miidhaa saalaa
4 cinqu / dhiphina sammu
5 rakko qaamolee saalaa Kan akka qaama saalaa,ujummo sanyi,
6 dhibba qaama saalaa dhiiraa
* WANTOTA GOCHU QABDAN
1 Toftale amalaa
yero Wal qunnmati saalaa foyyessu fknf sochi Wal qunnamti saalaa
2 shaakala lafa qaama saalaa sochi qaama saalaa rawwachun meshaale kessan cimsu fi to'anno yero Wal qunnamti saalaa rawwachu foyyesu danda'a 3 wal'ansa saalaa
4 kondomi fayadamu

Sister HawiSister HawiSister Hawi

11/12/2023

* KANSERI GADAMEESSA
NAMNI QAAMA GADAMEESSA QABU KAMIYYU KANSERI GADAMEESSATTIN QABAMUFI SAXILAMADHA
1 Yeroo bay'ee namoota umuurin isaani Wagga 30 ol ta'e irratti mul'ata
2 infekshini yeroo dheeraaf gosoota vayirasii papilloma namaa murta'aniin qabaamuu sababa gudda kanseri gadameessatti
3 vayirasi bekamaa /HPV yeroo Wal qunnamti saalaa namaa tokko Gara biraatti darbudha
# MALLLATTOLE ISAANII
1 Wal qunnamti saalaa bodaa dhiigaa qaama saalaa
2 dhiigni qaama saalaa erga laguun dhabbate bodaa mul'achu
3 dhangal'a qaaama saalaa Kan bishaan fakatu fi folli Kan qabu
KANAF WAN GOCHU QABNU
1 Talaalii (HPV ) fudhachu
2 yeroo yerotti qoranuu gochuu
Sister Hawi

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa