Oromia Health Workers' Medical Support Association

Oromia Health Workers' Medical Support Association

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Health Workers' Medical Support Association, Health/Beauty, Birbirsa Goro, Addis Ababa.

Photos from Waajjira Fayyaa Godina Boorana Bahaa's post 13/06/2024

Deggersa barbaanna!

Photos from Oromia Health Workers' Medical Support Association's post 05/06/2024

Sirna Waliigaltee Ijaarsa Hospitaala Waliigalaa "SHAGGAR ONE GENERAL HOSPITAL"

Caamsaa 28/2016;- Akka Magaala Shaggaritti Hospitaala Waliigalaa Baajata Biiliiyeena 3.6 oliin Ijaarramu Bakka Sad.Ittaaanaa PMNO Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dr Tashoomaa Adduunyaa fi Wa/Qabaa Koree Piroojeektii Ma/Shaggar obbo Guyyoo Galgaloo Argamanitti Waliigalteen Guyyaa Har'aa Raawwatame Jira.

Hospitaala Waliigalaa "Shaggar One General Hospital" akka Magaalaa Shaggaritti Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti ijaarramu hospitaaloota waliigalaa armaan duraa akka biyyaatti jiran irraa adda kan ta'ee fi kenna tajaajila fayyaa gara sadarkaa ol'aanaatti kan ceesiisuu dha.

Hospitaalli Ijaarramu kun kan adda isa godhu;-
✅ Ijaarsi qofti 7,160sqm irra kan qubatuu fi lafa heekitaara 12 irratti daangeessee kan ijaarramuu ta'uu,
✅ Baajata Biiliiyeena3.6 oliin Magaalaa Shaggar ramaduun kan hojjatamu,
✅ Siree ciibsanii yaaluu sadarkaa isaa eeggatte 500 kan qabu ta'uu,
✅ Tajaajila fayyaa oogummaa ispeshaalistoota ol'aanaan kennaman(Advanced health service) hawaasaaf akka kennuu kan taasiisu,
✅ Qorannoo imeejingii hammayyaa'aa, "Advanced imaging service" kan qabatu ta'uu,
✅ Giddugala leenjii oogummaa fayyaatiif kan tajaajilu ta'uu,
✅ Godiinaalee Oromiyaa fi Magaalaa Shaggariif Giddugala oll ergiinsaa(referal center), ta'ee kan tajaajilu ta'uu,
✅ Design isaa keessatti hojiin Elekitiro mekaanikaalaa kan hammatamuu fi tajaajila "oxygen supply" karaa hammayyaa'een kan itti diriiru,(Well advanced electro mechanical gas system) fi kkf hojii ijaarsaa keessatti kan hammatamee fi tajaajila fayyaa ga'uumsa ol'aanaa sadarkaa addunyaan irra ga'ee fi biyya keenya madaalu kennuuf Hospitaala ijaarramu dha.
Pirojeektiicha Waggaa 3(sadi'i kan him caallee keessatti xummuuramee tajaajilaaf akka oolu waliigalamee jira.

Contract Agreement For The Construction "SHAGGAR ONE GENERAL HOSPITAL"

Project Name: Shaggar One General Hospital Project,
Client: Shaggar City Health Office,
Contractor: Gutema Firisa Construction PLC

Photos from Oromia Health Workers' Medical Support Association's post 12/05/2024

Happy Mother's Day!

05/05/2024

Jalqabumarraan laphee jaalalaa isa nuuf qabu, ofiisaa aarsaa godhee dhaloota gaafasii, har'aa fi boruu du'a kan oolche, du'a sodaachiisaa isa roorrisu sana irrattis aboosaa kan agarsiise Ilmi Waaqayyoo du'aa ka'eera. Hojjettootni fayyaa fi hawaasni hordoftoota amantaa Kristaanaa hundi baga guyyaa yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa keenya Yesus Kristoosiin isin ga'e.

Hojjetaan fayyaa hawaasasaatiif aarsaa kanfalaa, qabeenyasaa, yeroosaa, beekumsaasaatii hanga dhiiga gumaachuutti ofkennee hojjechuunsaa fakkenyummaa gaarii inni uumaa isaarraa fudhateedhaa. Halkanittis guyyaattis, guyyoota Sanbataa fi ayyaanota utuu hinjedhin ofiisaa fi maatiisaarra dhukkubsataaf dursa ofkennuun umuriisaa guutummaa tajaajiluu fi fayyisuu irratti xiyyeeffachuunsaammoo fakkeenyummaa dabalataati.

Until my last breath, I will serve my society!

Ayyaana Gaarii!
OMAA, 2024

Photos from Oromia Health Workers' Medical Support Association's post 16/04/2024

Update 08/08/2016
Warri Kutaa Magaalaa Sulultaa Galatoomaa.

Leenjiin hubannoo uumuu Waldaa Deggersa Yaala Hojjettoota Fayyaa Oromiyaa, marii geggeessuun fi koree filachuun sadarkaa W/Fayyaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti haalaa bareedaa ta'een hojeetota waajjira fayyaa, buufata fayyaa fi kellaa fayyaa jiraniif kennamefii jira.

Mariin kunis Karaa Obbo Alamuu G/Tsaadiq, W/F/Bul/Mag/Shaggaritti Bakka Bu'aa Waldichaa kan taa'anii fi I/G/W/F/Kutaa Magaalaa Sulultaa Obbo Habtaamuu Rattaatin gageeffameera.

Photos from Oromia Health Workers' Medical Support Association's post 15/04/2024

Waajjirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar xiyyeeffannoo isin Waldaa Deggersa Yaala Hojjettoota Fayyaa Oromiyaa irratti qabdani fi aantummaa isin hojjettoota keessaniif qabdan agarsiisaa jirtaniif guddaa galatoomaa jenna.

Obbo Abarraa Botoree, Hogganaan Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, "Waldaan kun gara fuulduraatti galma eegalame ga'uuf caalaatti sadarkaa Magaalaa Shaggaritti lafa qabachuu akka qabuuf aarsaa kamiyyuu ni kanfalla" jechuun erga waldicha waliin sochii eegalanii hanga har'aatti tumsi isaanii Mgt isaanii waliin gochaa jiran egeree waldichaaf abdii guddaadha.

Qaamonni dhimmichi isin ilaallatus bu'uuruma xalayaa kanaatiin ergaa isin qaqqabee jirus galmaan akka geessan kabajaan isin yaadachiifna.

10/04/2024

𝙃𝙤𝙧𝙙𝙤𝙛𝙩𝙤𝙤𝙩𝙣𝙞 𝘼𝙢𝙖𝙣𝙩𝙖𝙖 𝙈𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙖𝙖 𝙃𝙪𝙣𝙙𝙞 𝘽𝙖𝙜𝙖 𝘼𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣𝙖 𝙇𝙞𝙙 𝘼𝙡-𝙁𝙖𝙭𝙞𝙧 𝘽𝙖𝙧𝙖 1446𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙉𝙖𝙜𝙖𝙖𝙣 𝙂𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣.
𝙀𝙞𝙙 𝙈𝙪𝙗𝙖𝙧𝙖𝙠!

Photos from Oromia Health Workers' Medical Support Association's post 28/03/2024

Update 19/07/2016
Hospitaala Malkaa Soddaatti leenjiin hubannoo uumuu fi akkasuma mariin dhimma OMAA ilaallatu bakka hojjettootni hospitaalichaa argamanitti geggeeffame.

"Waldaan kun agartu hojjettoota fayyaati. Bara dhufaa darbaa hojii kana dhalootni hojjetaa, hawaasa baraaraa har'a ga'us waldaan akkanaa hinhundaayin turuusaatiif barfanneerra. Amma irraa eegallemmoo of baraarree hojjetaa keenyas baraaruu jabaannee ni hojjenna.
Obbo Dhugoo Baallii - CEO Hospitaalichaa.

Marichi erga geggeeffamee koreen waldichaa sadarkaa hospitaalaa fi focal person filatamaniiru. Hirmaannaa fi xiyyeeffannoo agarsiiftaniif warri Hospitaala Malkaa Soddaa galatoomaa.

27/03/2024

The Oromia Health Workers Medical Assistance Association was Established by Legal Section 321/1959 order in compliance with the Establishment of Legal Relationship Act of 1952.As a sector, we are focusing on illness prevention, treatment, and rehabilitation while promoting human health in a variety of ways, even these workers are exposed to diseases in this unidentified form, they do not yet have a guarantee for their own health. This is because a variety of our employees, regardless of rank, are currently suffering from severe illnesses for which they are seeking support from various groups in order to obtain medical care.

Health workforces are exposed to a variety of health issues, which makes the sectors susceptible to complex issues in different ways. Health workers' migration, their low motivation and consequently the quality of health services, and the worry that ultimately there won't be as many medical undergraduates across the country are some of these issues.

Based on this supposition, there are about 200,000 (200,000+) health workers spread among public, private, and non-governmental organizations. These laborers can assist one another and contribute to the growth of the nation if they band together and form an association. As a result, the Oromia Health Workers' medical Assistance association was founded following the coordination of its concepts by numerous organizations and stakeholders across numerous locations of the nations.

💕The Objectives of the OMAA

1.Providing assistance and care for workers who have serious illnesses.

2.Availability of a hospital or medical facility for the treatment of health work forces.

3. Create a sizable development organization capable of advancing the nation's healthcare sector.

4. Provide humanitarian assistance to community people who encounter diverse issues

💕Goal of the OMAA
By 2035, it aims to become a member health insurance association and contribute significantly to the nation's advancement.

🍒Few major illnesses and disorders that are linked to support.
1) Renal Replacement Therapy Providers

2) Bone marrow transplantation for illnesses other than cancer

3) Care for different types of cancer.

4) Advanced Heart Surgery

5) Orthopedic procedures (arthroscopic and total joint replacement therapy)

6) prosthetics fitting

7) Therapy for spinal cord injuries

8) Procedures for subarachnoid hemorrhage

9) A serious injury vehicle crash (major bodies)

10) A third-degree burn accident that puts the entire body and internal organs at risk

11) For Security-Related Issues Affecting Major Issue.

🍇The second fundamental principle is to alleviate our employees' financial burdens both now and in the future by offering them financial support. As a result, the money can be gathered in different ways and applied as bank loan guarantees for different supply-related issues.

The inflation is still going strong, and this time the association is a robust campus that strives to assist its members in a variety of ways.

According to the Medium- and Long-Term plans: -

🌷Access to hospital for our employees to be treated. (Existing and New) Well- equipped, Well-qualified well-furnished hospital for Health Workers.
🌷Develop a Medical equipment supply center.
🌷Facilitate residential housing conditions.
🌷Prepare various business plans and work on things that will increase the income of the Association.

Doing screening for prevention for critical diseases

Until my last breath, I will serve my society!

27/03/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Getu Damboba, Yoo San Gemechu, Lammii E Kaniso, Gådîsã Më-Bār, Bunno Press, Ahmad Abbafita, Geetuu Sh*ttoo, Sanyi Wako Dogo, Way Def Tar, Fayyaa Mana Abbichu, Achalu Ch Abdisa, Abe Zerhun, Dhugaa Bas Oromoo, Abdurahman Saani, Naijuka Joabson

Photos from Oromia Health Workers' Medical Support Association's post 23/03/2024

Bitootessa 12,Bara 2016
========≠=========
Godina Gujiitti Waajjirri Fayyaa Aanaa Girjaa hubannoo gabaabduu waa'ee "Woldaa Deeggarsa Yaalaa Hojjattoota Fayyaa Oromiyaa(OMAA)" irratti Hojjattoota Ekisteeshiinii Fayyaa hundaa,Daarektaroota fi Ogeeyyii Buufataalee akkasumas hojjata Waajjira Fayyaa Girjaa keessa jiraniif kennamee Jira.

Obboo Miidhagaa fi Management isaanii galatoomaa.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Address

Birbirsa Goro
Addis Ababa