Wabi Multimedia

Wabi Multimedia

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wabi Multimedia, Health/Beauty, Ambo, Addis Ababa.

14/02/2024

Comedian Buzex Bohaarsa baga milkoofte jabaakoo
NAGAAN KOOTTU.

02/01/2024

Haati gaafa rakkoof beelaa dhiigashiiyyuu siifin qusattu beektaa?

01/01/2024

Ati yoo nama dhugaaf jiraatu taate quba namatti hin qabiin.
Kan kees kan namaa kan namaas kankee hin ta'uutii madaala namootaaf baattee Jala hin kaatiin hin jajiin hin tuffatiin waan namaaf gooteenis hin dhaadhatiin.

SIRRAN GORA_New Oromo Music_MOOSISAA SHAANQOO_2024_-_(Official Video) 27/12/2023

SIRRAN GORA_New Oromo Music_MOOSISAA SHAANQOO_2024_-_(Official Video) Aartiin ogummaa Ittiin yaada keessa namaa jiru sagalee fi suur-sagaleen mullisaniidha. Weelluun kuni ergaa gadi fagaataa waan of keessaa qabuuf, qalbii fi m...

27/12/2023

Anaa dhufu! Baga Milkoofte weellisaa
SIIFAN FAYYEERAA

25/12/2023

Ajandaa barbaacha waanta singalchine
Keessaatti maraachaa waan waliin argine
Walitti maaf maktaa booruuf taliila
Dubbachuun nadhibus taa'een si'ilaalaa

25/12/2023

BIYYI ABBAA BIYYAATIIN TOLA.
Beeki OROMOON (Baala Gizee)ykn abbaa tibbanaa miti Abbaa biyyichaati malee sababnisaa waktiin dhufee biyya keenya nukennisiisu hin jiru.
JECHICHI Garuu hamii jarri jettuuf Jetti nawaamti jedheen garaa diinaa gubuuf Weellisaa Yoosan Geetahun mootiin walaloof yeedaloo !

19/12/2023

Amma warra biyya saame nuuf qabaa
harka qalleeyyiin isaanumarraallee haafunaannatani.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Ambo
Addis Ababa