Ataabaa haaji Abdii Arsii

Ataabaa haaji Abdii Arsii

Share

Athletic

25/01/2025

CIREEπŸ”πŸ”πŸ”
Kana booda jiruutti jarjaree ciree kiyya dhiisee hin deemu! Faayidaa ciree nyaachuun qabu kana mee laalaa!
1. Ulfaatina qaamaa qixa sirrii irratti eega.
2. Dandeettii waa yaadachuu (memory) keenya sirriitti dabala.
3. Halkan gaafa rafnee jennu, ganamatti sukkaarri qaama keenya keessaa hir'atee waan buluuf, sukkaaraa dhiiga Keenya keessaa olkaasuun fayyummaa deebisa.
4. Lafa jiruutti ykn lafa hojiitti, barumsatti akkasumas hojii bobbaanu hundumaa irratti si'a'inaan akka hojjennu nu taasisa.
Odeeffannoo dabalataa argachuuf liinkii gadii fayyadamaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/bri4sfxhecm
https://t.me/bri4sfxhecm

Photos from Star of Shaggar's post 27/04/2024
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Kooyyee Faccee
Addis Ababa