Imaltuu Kaayyoo Haqaa

Imaltuu Kaayyoo Haqaa

Share

Maaltu beeka takkaa
Otuun qabne yakkaa. Osoon bahin dharraa
Walbiraayyuu tarraa💔 A. Koo

10/05/2026

Nan adeema
Lafa fagoo - karaa dheeraa
Hangan ga'utti
Galma dhugaa - burqaa heeraa

Ani imaltuudha
Kara deemaa - Imaltuu kaayyoo
Imalli koo
Hin mul'atu - akka laayyoo

Yoo imalan
Galma gahu - jabaatanii
Rakkoo obsaa
Oolmaa tolu - fagaatanii!
Imaltuu Kaayyoo Haqaa

19/01/2026

Faranjii Shaaworii gale Gowwaan Keenya Anaaf Jecha Cuuphame jedha🤣 Gowwaan Dhabama!

Photos from Imaltuu Kaayyoo Haqaa's post 14/01/2026

🌿OF TA'UUN SIRNA
dhuunfaa mitii waloon deemna
Galma Abboof Ayyoo
Deemsii faana kaayyoo heera
jala deemna hin geenya Galma kaayyoo

âž  Namni yeroo hunda waan ofi. fedhu qofa akka isaaf mijatutti sirraa eega. Waan sirraa eegu dhabnaan gatee sibiraa sokka. Maqaa biraa sitti moggaasa. Ilaalcha ofii qabu sirratti biqilcha. Kanaafi kan ati humna si utubu, ofitti amanamummaa sibaatuf humna ofta'uu sirra jiru daran cimsuun kan si barbaachisuuf!
Galata beeka

âž  Kanaaf ati hunda dursitee akka sagaanta jeetuu ta'uu qabda
kan si barbaachisuuf. Gaafa sana kan si dhiiseef jeeqamuun, kan si darbate sin madeessun, jechiif ilaalchi sin raasun hin jiru.
of ta'uun dhugaadha

âž  Gaafa humna kana ofirratti moosifte immoo of kee qofa miti, Saba kee waliigaltee, jaalalan dhangaashee sooratta.
Beekumsa of ta'uu keessaa arganeen.
🌿🌿🌿

07/01/2026

Yesuus 2ffaa hin dhalatin,dhalatullee hin guddatin😄

01/01/2026

nama rafe dhungachuu fi Ani hafef dubbachuun bu'aa hin qabu!

30/12/2025

jaalannee jirra.
fayyina Oromoo Arsii fi jiillee.
Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa .

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa