Dadar page

Dadar page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dadar page, Health/Beauty, Addis Ababa.

07/03/2026

17/02/2026

Guyyaa hardhaa baatiin Sha'abaanaa 29 akka ta'e ni beekama. Yoo baatiin Sha'abaanaa hirdhuu ta'e hardha galgala baatiin Ramadaanaa tokko jedhee kan eegalu ta'a. Yoo baatiin Sha'abaanaa 30 guuta ta'e guyyaa kamisaa tokko jedhee kan eega'u ta'a.

Kanaaf ummanni muslimaa qophii isaa cimsee gammachuudhaan simachuu jedha. Baatii barakaa,kan Rahmataa,kan tokkummaa,kan jaalalaa isiniif haa godhu !!

05/02/2026
Photos from Dadar page's post 27/01/2026

Gaara jabaa
Godinaa Harargee Bahaa Aanaa Dadar iddoo Hawwataa Turizimii Aanaa Dadar Gandaa caffee Gurmuu kan argamu.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Address

Addis Ababa