Odduu haala yeroo
14/11/2025
Itoophiyaatti hakiimni tokko irbaata osoo nyaachaa jiruu mana nyaataa keessaa hidhattootaan butame.
Gadhiisuuf haati warraa isaa Birrii miliyoona 3.5 akka kaffaltu gaafatamte.
Liqeeffattee, fira irraa kadhattee erga kaffaltee garuu waan isheen hin eegne tahe.
Hakimni hidhattootaan ukkaamfame akka gadhiifamuuf kaffalamus ajjeefamee argame - BBC News Afaan Oromoo Hakiimni Hospitaala Waliigalaa matammaatii hidhattootaan butame akka gadhiifamuuf maallaqni gaafatame kaffalamus ajjeefamee argame.
26/03/2024
Vacation time
Nahilii Abduqobee -isheen qabduu
11/07/2023
WELL COME ESKU 🙏🏿
08/02/2023
Adiin Qulqulluudha,
Oromoonis Qulqulluudha.
Ogummaan keenyas Qulqullummaa barbaada!
05/02/2023
magalaa hararitti bifaa ho,aa ta,en gagefamaa olltee
03/01/2023
Nagawoo Jimaan lammiin Gaanaa na hin caalu jechaa jira 😅
Nagawoon suuraa innis, lammiin Gaanaas konkolaataa bira dhaabate wal bira qabuun ''abdii hin kutannu'' jedhe Fesbuukii gubbaa barreesse. Nagawoon dargaggoo Itoophiyaatti dheerinaan tokkoffaadha jedhamedha.
Lammiin Gaanaa Sulemaan Abdul Samed akkuma Nagawoo kana beekkamtii horateera. Garuu isaafi Nagawoo keessaa enyutu caala? Eenyutu hangami?
Suuraa: Nagawoo Jimaa/ Facebook
Asii argattu ↪️
Dargaggoon kuni nama dheeraa addunyaa ta'uf deemaa? - BBC News Afaan Oromoo Dargaggoon kuni nama dheeraa addunyaa ta'uf deemaa?
13/12/2022
Arjentiinaa 3/0 Kirooshiyaa.
Arjentiinaan galchii Liyonel Mesii fi Yuuliyaan Alvaarez lamaan xumura Waancaa Adunyaaf geesse.
Mesiin abdii kutatee erga biyya isaaf taphachuu irraa soorama bahee kadhatamee deebuun isa hawwaa ture xumura Waancaa Adunyaaf yeroo lammaffaaf dhaqabe. Kun odeeffannoo addaa Mesii fi Arjentiinaati. Dubbisaa. 👉👉 https://bbc.in/3hqrOiS
13/12/2022
IRRA DEEBIIN
Dubartiin dhiira dirqamaan ni gudeeddii, seerri maal jedha?
================
Yeroo dhiirri tokko dubartii tokko waliin fedhiishee malee saal-qunnamtii rawwate dirqisiisanii gudeeduu jedhama.
Yoo dubartiin tokko dhiirri tokko fedhiisaa malee ishee waliin saal-qunnamtii akka raawwatu dirqisiifte ammoo maal jedhama?
Kun akka seera Inglaandiifi Weelsitti dirqisiisanii gudeeduu miti, garuu akka barreessaan qorannoo haaraa dhimma kanaarratti qoratte jettutti diqisiisanii gudeeduu ta'uu qaba.
Seenaan kun dubbistoota tokko tokko garaa hammeessuu danda'a
↪️↪️ https://bbc.in/3BtZQcH
08/12/2022
Barattoota yuniversity Mattuu
07/12/2022
Goochaa Suukkaneessaa Uummataa Keenyaaratti Raawwatan Wan Nama gaddisisuudha
yaa lammii koo.😭😭
Click here to claim your Sponsored Listing.