Liigii Dargaggoo Aanaa Walgawoo Laga Barii
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Liigii Dargaggoo Aanaa Walgawoo Laga Barii, Health/Beauty, Kura Jidda, Addis Ababa.
๐๐ฒ๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ด๐ฎ ๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐ ๐ฎ๐๐พ๐ฎ๐น๐ฎ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฎ 2017 ๐๐ถ๐ถ๐ป ๐ก๐ฎ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ป ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป
๐๐ผ๐ฟ๐ฑ๐ผ๐ณ๐๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐๐บ๐ฎ๐ป๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ถ๐ฟ๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐บ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ฏ๐ฎ๐ด๐ฎ ๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐ ๐ฎ๐๐พ๐ฎ๐น๐ฎ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฎ 2017 ๐๐ถ๐ถ๐ป ๐ป๐ฎ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ถ๐๐๐ถ๐ถ๐ป ๐ถ๐๐ถ๐ป ๐ด๐ฎ๐ต๐ฒ ๐๐ฒ๐บ๐บ๐๐๐ป ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ ๐ด๐ฎ๐บ๐บ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐ ๐ด๐๐ฑ๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ป๐ถ.
โ
๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐๐๐ป โคต๏ธ
โก๏ธ๐๐ฎ๐ป ๐๐ฎ๐บ๐บ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐,
โก๏ธ๐๐ฎ๐ป ๐ก๐ฎ๐ด๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ๐ฎ,
โก๏ธ๐๐ฎ๐ป ๐๐ฎ๐ฎ๐น๐ฎ๐น๐ฎ๐ฎ,
โก๏ธ๐๐ฎ๐ป ๐ง๐ผ๐ธ๐ธ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ,
โก๏ธ๐๐ฎ๐ป ๐๐๐ฑ๐ฑ๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ,
โก๏ธ๐๐ฎ๐ป ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ'๐ป๐ฎ๐ฎ ๐ณ๐ถ
โก๏ธ๐๐ฎ๐ป ๐ฏ๐ฎ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฑ๐ต๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐จ๐บ๐บ๐ฎ๐๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ๐ฎ ๐ณ๐ถ ๐๐๐ป๐ฑ๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ๐ฎ๐ณ ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ'๐.
๐๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ต๐๐ป๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ก๐ฎ๐ด๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฎ ๐ถ๐๐๐ถ ๐บ๐ถ๐ฟ๐ธ๐ฎ๐ป๐ฒ๐ฒ๐๐๐ถ๐ป๐ ๐ป๐๐๐ณ ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ'๐.
๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ โฃ
10/09/2024
Qaammee 5/2016
Ergaa Baga Geessanii!!!!
Bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii I/G/Liigii Dargaggoota Aanaa walgawoo laga barii Dar Maammoo Kabbadaa.
=============
Kabajamtoota, jalatamtoota Dargaggoota uummata Aanaa keenyaa fi Uummanni Oromoo marti baga bacaqii gannaa baatanii jala bultii booqaa birraa bara 2017 nagaan geessan.
Bara 2016 keessatti qormaatilee hedduun akka Aanaa keenyatti turan akka carraatti jijjiruun, ijifannoowwan gama siyaasaa,diinagdee fi hawaasummaan bara itti gonfanneedha.
Waktiin gannaa yeroo roobni roobee dacheen lolaa fi hurriin haguugamtu akkasuma lagni guutee firriif firri walitti ce'ee wal gaafachuu hin dandeenyedha.
Birraan waktii dadhabbiin ilma namaa itti argamu sanyiin faca'e firii buuse abaaboon daraaree dacheen qooree magariisa itti uffatuu fi abaabon dararee nama hawwatuudha.lagni ganna guutee firaaf aantee adda fageessu, birraan yoo bari'u hir'atee dacheen miidhagina uummamaan faayamtee firaaf aantee walitti dhiyeessuun hariiroo hawaasummaa cimsu fi abdii haaromsee walooma cimsu birraan waktii addaatti.
Barrii 2017 bara qormaata hunda itti injifannee imala badhaadhinaa jalqabame ariitii fi Kalaqaa mataa keenyan itti milkeessinuu fi boqonnaa seenaa haaraa biyyi keenya galmeessaa jirtu itti mirkaneessinu akka ta'u hawwii qaban ibsaa, hawaasni Aanaa Keenyaa ayyanicha yeroo kabaju kan dhabeef qooda,kan rakkate gargaraa sodaaf yaaddoo nageenyaa tokko malee akka kabajamu bakka hundatti dammaqinaan nageenya naannoo isaanii eeggachuun gahee adda durummaa bahachuu akka qaban yaadachiisanii jiru.
Barri haarofti 2017
๐ปKan Badhaadhinna
๐ปKan Gammachuu
๐ปKan Tokkummaa
๐ปKan Jaalalaa
๐ปKan Nagaa
๐ปkan milkaa'ina akka ta'u hawwii gudda isinif qabna
Ayyaana Gaarii!!!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa