Moheka Adem
Mallattoon filannoo Paartii Badhaadhinaa Qamadiidha!
05/03/2026
Gurrandhala 26/2018
Galiin Misoomaf
Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessatti Mariin Dhimma Galii irratti Seektaroota Qinda'aa waliin mariin gaggeeffamee jira.
Mariin kuniis Bakka Kantiibaa It/A fi It/G/Waaj/Daldalaa,Carraa Hojii Umuu fi Invaastimantii Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaa Obbo Mahammadkamaal Adam argamaniitti mariin gaggeeffamee jira.
11/02/2026
Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ''Nadoo Qamadii'' ta'uu ifoomsee jira. 🌾🙏🇪🇹
10/02/2026
Paartiin Keenya Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu "Bissii Qamadii" Ykn ''Nadoo Qamadii'' ta'uu ifoomsee jira
10/02/2026
Mallattoon keenya misooma keenya gara fuulduraatti ifatti ibsa.
Mallattoon kun abdii, jijjiiramaa fi guddina boruu agarsiisa.
Tokkummaan hojjennee, mul’ata kana dhugoomsina.
26/01/2026
Simbira moo allaattiidha tun?
23/01/2026
Imala Gootummaa fi Aartii Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa
23/01/2026
“Ga'umsa Aviyeeshinii Egeree, Waloon Haa Ijaarru" Waajjira Ministira Muummee Abiy Ahmed Ali
21/01/2026
🗣️ Lamine Yamal : “Masjiidni nagaa namaaf kenna. Amantiin kee kamis haa ta'u kam gara Masjiidaa yol deemte nagaa siif kenna, nageenyatu sitti dhaga'ama. Nu muslimootaaf ammoo caalaatti nagaa nuuf kenna.” 🕌
Lamine Yamal
Taphataan Hindi isaa Morokoo ta'ee fi lammii Ispeen ta'e kun umrii ijoollummaa kanaan milkaa'ina ajaa'ibsiisaa argachaa kan jirudha.
Biyya isaa spen fi garee Barcelona wajjiin waggoota sadan darban gahumsa namoota baay'ee afaan qabachiise mul'isaa ture.
Amaloota tokko tokko kan faallaa amantii ta'een kan hamatamu ta'u garuu ilaalchi inni amantii isaaf qabu cimaadha.
Rabbiin ammas isa qajeelchee isa haa milkeessu.
Bishoftu international airport project design, and I'm proud to be an airman. Amazing ✈️🛩️
17/01/2026
🎉 Facebook recognized me for starting engaging conversations and producing inspiring content among my audience and peers!
Click here to claim your Sponsored Listing.