Buno Relief Aid

Buno Relief Aid

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Buno Relief Aid, Health/Beauty, Sebeta, Addis Ababa.

03/07/2025

TAJAAJILA TOORA INTERNEETII🌎 FAIDAA
(Faida Electronics Service)

■>Pasportii🇪🇹:
:>Bellama Ariifachisa(urgent)
:>Bellama Idile(Appointment)
:>Harabafachuf(New)
:>Kan fuli isa Hintajajille(Damaged)
:>Sirreffama,maqa fi umrii,(Correction)
:>Kan bade(Stolen)
Tajaajila Pasport kamiyyuu Tajaajila biyya keessaa fi Namoota Ala jiranifis kara Qonsila Ethiopia biyya isan jiranitin Tajaajila Gaha Ulaagaa Dhabbatni Pasportii kaa'een ni kennina
Yeroon Tajaajila isaas Ariifachiisaa(urgent)
>guyyaa 2
>guyyaa 5
Ballama(Appointment)
>4+ ji'a Tajaajila beellama idileetiin Kan kenninudha

HUBACHIISA: namoonni pasportin biyya alaatti jelaa bade Lakkofsa fi odeeffannoo pasportichaa hinbeekne tajaajila Ariifachiisaan furmaata Ni argattu

■>Embassy(consular):Imbasi Ala kan Ethiopia keessatti argamu irra visa warra dhahachuu barbaadeef Ragaalee Qonsilan Barbaadu kan Akka:
:>Qeebaltii(Reservation)
:>Affeerra (invitation)
:>itti Gaafatamumma(District)
:>Barnootaaf(scholarship
:>Wal'ansaf(MedicalInvitation
:>Ulaga Biya Kesa(consularDc
:>Ballama Qonsila (consular. Appointment

■>ViizaElektirooniksii: ;>Daawwii(Tourist)
;>Darbiinsa(transit)
:>boqonnaa (visit)
:>Daldala (Business)
:>Dubbisaaf(Vacation)

■>BOOKINGS;>
:>Tiketii Xayara(flight Ticket
:>Raga Hotela(Reservation)
:>Ballama Medikala(slip)
:>Ballama Dhabbile Mootummaa fi Miti mootummaa(Governmental &NGO Appointments)

■:> Tajaajila:
:>Maxansale Hunda(Advert & Printings)
:>Hiikaa Ragaalee kamiyyuu seera qabeessaan Nikennina Nimirkaneessina(Tranislation Service)
Akkasumas Sim kardii mobayila,Mobile card fi oomishaalee ethiotelecom Bakka bu'insaan Jumlaa fi Qinxaaboon ni gurgurra(Wolsaletrade In Mobile card &Gsm card)
Odeeffannoo Dabalataaf
👇👇👇👇👇👇

https://t.me/faidatelecom

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Website

Address

Sebeta
Addis Ababa
3366