Dr.Yom Bashana
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr.Yom Bashana, Health/Beauty, Addis Ababa.
Faayidaa karootii sorachuun qabu
23/11/2025
Vaayireesii "marburg" jedhamu kun amma biyya keenyaaf mata-dhukkubbii hamaa kan ta'e,yeroo darbe akkuma jinkaatti mul'ate ammas iddoo tokko tokkootti mul'achaa jira.
hawaasni keenyi ammallee ofeeggannoo gochuu akka qabu dhaamsa kooti.
Hub:Kooronaa vaayireesii ol ajjeessaa akka ta'e dagatamuu hin qabu.
Mallattoolee, karaa daddarbiinsa fi akkamiitti akka yaalamu baruu yoo barbadan link kana gadi jiru cuqasuun Yotube irraa argachuu dandeessu.
https://shorturl.at/dYPuG
02/11/2025
dhibeen sukkaaraa jamummaa ijaa(blindness),non-traumatic limb amputation(Lukti cituu),kalee miidhuu,rakkina onnee, dhiibbaa dhiigaa,koolesterolii,istirookii fi kan kana fakkaataniif nu saaxiluu danda'a.
kanaaf
1.sukkaarri keenyi olka'aadha yoo ta'e sirriitti hordooffii haa goonu!
2.Yoo hamma sukkaaraa keenyaa hin beeknu yoo ta'e dursinee qorannoo haa goonu!
namoonni dursaanii qorannoo sukkaraaf gochuu qaban namoota akkamiitti kan jedhu youtube irraa link gadi jiru cuqaasuun argattu!
https://shorturl.at/dug6Q
FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA!
01/11/2025
mallattoolee dhukkuba sukkaraa
1.Baay'ee dheeboosuu
2.Fincaan kan duri irra baay'achuu
3.Baay'ee beeleesuu
4.Dadhabbii hamaa
5.Infeekshiniin irra deddebiin hubamuu
6.ulfaatina hir'isuu
Hubachiisa= Dhibeen sukkaaraa gosa 2ffaa homaa mallaattoo utuu hin argiisisin nu miidhaa nu waliin jiraachuu danda'a.kanaaf dursinee qorannoo haa goonu!
30/10/2025
Dhangala'aa karaa qaama saalaa dhiiraa fi dubraa bahuuf yeroo kamuu maal na dhibe jechuu hin qabdan!
sababni isaa hamma dhala dhabuutti isin geesisuu danda'a.
mallattoo akkasii warri qabdan waa'eesaa sirriitti baruu yoo feetan link kana gadii tuquun YouTube irraa argachuu dandeessu.Yoo qaaman yaalamuu barbaadan immoo
Finfinnee
asco addis sefer
Dembal clinic qaaman dhufuu dandeessu.
Beelama qabachuuf lakkoofsa armaan gadii irraatti bilbiluu dandeessu.
0967833567/ 0929232205
Kilinika G/G Dambaal
https://shorturl.at/Hy40u
FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA.
06/09/2025
Mala itti ulfaaf marfee ji'a sadii fudhachuuf yoo karorsittan:--
>*Marsaa laguu irra yoo taatan gaariidha.
Sababni isaa marfee kana erga fudhatanii hojii qaama keessan keessatti jalqabuuf guyyaa torba(7) fudhachuu danda'a.
26/08/2025
Icciitii guddoo gaafa mana Yaalaa deemtan ofiifis ta'e nama fuutanii wantoota isin beekuu qabdan link kana gadi jiru tuquun YouTube irraa argattu.
https://url-shortener.me/3Q48
05/05/2025
Hir'inni dhiigaaf maaltu nu saaxila?
Akkasumas akkammiitti yaaluu fi ittuu dandeenya kan jedhu
Link kana gadi jiru cuqqasuun argachuu dandeessu!
https://shorturl.at/WTgKs
FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA.
15/04/2025
Namoonni waa'ee qoricha rifeensa biqilchuu(minoxidil) faayidasaa,miidhaa isaa,kamtu immoo orijiinala akka ta'e ,akkasumas akkamiitti fayyadamuu akka qabnu baruu barbaadan,
link kana gadi jiru tuquun argachuu dandeessu.
https://shorturl.at/ZPbao
FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA.
08/04/2025
Fayyaa keenya eeggachuuf jireenya guyyaa guyyaa keessaatti maal gochuu qabna? Link kana gadi jiruun youtube irraa argachuu dandeessu.
https://shorturl.at/koOB9
31/03/2025
Addunyaa kanarraattti namoonni parsantii 50 ta'an hir'ina vitamin D qabu.tarii hir'ina hir'ina vitamin D yoo qabate karaa link kana gadi jiruu baruu dandeessa.
https://shorturl.at/ahfPh
FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA!
Galatoomaa
Click here to claim your Sponsored Listing.