Hassen Mohammed

Hassen Mohammed

Share

Grow Me my page Account Follow me ����

Photos from Hassen Mohammed's post 23/03/2026

Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessootti, gamaaggamni Raawwii hojii fi Kallaattiin Hojii fuula duraa Hoggansa Sadarkaa Aanaa fi Gandaa waliin bakka I/G/Paartii Badhaadhina Aanaa Mi'eessoo kabajamoo
Mohammad fi Itti gaafatamaan Waajjira Waldaa Hojii Gamtaa Godina Harargee Lixaa fi Deeggarsan Aanaa Mi'eessoo Kan Jiran Imaam aragamaniti geggeeffame Jira.

28/02/2026

Woowwww Mashalahaa Bulchaa Bulchiinsa Magalaa Asaboot Obboo Turee Gudeta Namaa Misooman Magalaa Tenyaa Jijiruf Halakanii fi Guyaa Hojetaa Jiruu umrii nuf dheradhuu Baba
Inshalhaa Guyaa Tokkoo Abjuun teetii fi Hogonsaa keetis Rabin issinif dhugomsaa
Dhugaa nii Dandessaa Babaa

Photos from Hassen Mohammed's post 19/02/2026

Daldalaa fi CHU fi Invastimanti Aanaa Mi'eessoo Leenjii Tajaajila Misooma Daldalaa Marsaa 2ffaaf Daldaldaltootaaf kennamaa ture har'a gahumsa isaaniitiif Waraqaan Ragaa Kennameefii jira.
♤♤♤♤♤♤♤
ji'oottan sadeen dabre Leenjii Tajaajila Misooma Daldalaa(TMD) Marsa 2ffaa fudhaachaa turan guyyaa har'aa bifa hoo'aa taheen Bakka Qideessaan Garee Oporeeshinii Daldalaa Waaj/Dal/Go/H/Lixaa Obbo Taaddasaa ,It/G/Waajjira Bulchinsa A/Mieessoo Obbo Malkamuu Gidisaa fi B/B/It/G/Waajjira Daldala CHU fi Invastmantii Obbo Habtamu Shimalis argamanitti eebbifamanii jiru.
Sagantaa kana irratti daldaltoonni leenjii kana fudhachaa turan yaada isaanii akka ibsatanitti leenjiin kun bu'aa gaarii nuuf qaba nu jajjabeessa akka diinagdeen guddannu nu taasisa jedhanii jiru. Daldaltoota xixiqqaa keenyaaf leenjii akkanaa kennuun guddina dinagdee keessatti waan bu'uuraati jedhanii jiru. Dhuma irrattis waraqaa ragaa daldaltoota kanaaf kennuun leenjichi haala miidhagaa fi hawwataa ta'een xumuramee jira.

Photos from Hassen Mohammed's post 17/02/2026

RAMADAAN MUBAARAK
Baga Ramadaana bara 1447tiin isin gahe

15/02/2026

"Humni Uummata nagaa dhowwu kamiyyuu warra mul'ataa fi abjuu hojjetanii jijjiiramuu hinqabneedha." Obbo Shimallis Abdiisaa

Photos from Hassen Mohammed's post 11/02/2026

Keenya Paartiin Badhaadhinaa
Mallattoon keenya Bissii Qamadii 🌾 Misooma keenya gara fuulduraatti ifatti ibsa. filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa mallattoon ittiin dorgomu " Ykn ''Nadoo Qamadii'' ta'uu Partii keenya ifoomsee jira.
Bulchaa Bulchiinsa Magalaa Asaboot
Obboo Turee Gudaataa 🙏🙏🙏👍👍👍♥️♥️♥️

10/02/2026

Hoggansa Jijjiiramaf Muratee Halkanii guyaa Hojatuu Arkanaan Gamojumaan Akkaa Jijiraamtu Garree Jirra👍👍👍🙏🙏🙏

10/02/2026

Filannoo Qofaadhaan - Sagalee Tokkoo Hanga Ijaarsa Biyyaatti!
**********************************

Itoophiyaan riqicha kaleessaa, abdii har’aa fi bu’aa ida’ama guddummaa boruuti.

Ogummaa fi muuxannoo biyyummaa barootaaf ture qabaannus, cabiinsiwwan yeroo ceehumsa siyaasaa muudatan garuu waggoottaniif gatii nu kaffalchiisaniiru.

Filannoon Waliigalaa bara 2018 filatamu, shaakala Dimookiraasii kan itti guddifannu fi aadaa siyaasaa keenyaa itti gabbifannu ta’uu qaba.

Abdii Keenya, Filannoo Keenya

Itoophiyaan seenaa gadi fagoo qabdu irraa dhugaan hubannu tokko ni jira:- Biyyi cimtee kan dhaabbattu fedhii uummataa fi waliigaltee walootiini malee humnaan miti.

Kanaafuu, filannoon baranaa:

1. Cabiinsawwan Suphuuf:- Qawweedhaan otoo hintaane, waltajjii ol’aantummaa yaadaatiin ittiin dubbanudha

2. Waliigaltee Biyaalessaa Uumuuf:- Dhimmoota biyyaa
ijoo ta'an irratti kaardii keenyaan murteessinee mana keenya waloo kan itti cimsannuudha.

3. Muuxannoo Abdiidhaaf:- Duudhaalee aadaa fi muuxannoowwan qabnu akkasumas muuxannoo biyyummaa dheeraa Dimookiraasii amayyaa waliin qindeessinee kan itti agarsiifnu carraa seenaati.

Filannicha irratti dammaqinaan hirmaachuu jechuun, jireenya biyyaatiif bu’uura cimaa kaahuu jechuudha.

Seenaan gateettii keenya irra jira; biyyi dhalootaaf dabarsinu ammoo kaardii harka keenyarra jiruun murtoofti.

10/02/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya Taatetti!

Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyoolessaa marsaa 7ffaatiif mallattoo filannoo Paartichaa ifoomsee jira.

31/01/2026

Dippiloomaasiin Abbichuu Addunyaa booji'e!
Abbichuun abbaa dippiloomaasii milkaa'aa ta'uu hubachuun Addunyaan isa waliin hojjechuuf yeroo hunda fedhii argisiisaa jirti. Ameerikaa dabalatee biyyoonni gurguddoon addunyaa kanaa dippiloomaasii Abbichuun booji'amaniiru. Haaluma kanaan guyyaa har'aa Humna Waraanaa Amerikaatti Ajajaa Afriikaa Daagviin Andarsan waliin mari'ate.dhimma qaxanaa Afrikaa tasgabbeessuuf biyyi lamaan waloon hojjechuuf kutannoo qabaachuu isaanii ibsaniiru.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Addis Ababa