4 Qalo
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 4 Qalo, Health/Beauty, Addis Ababa.
17/09/2025
Hello my friend π§‘
dhiirota hin fuudhin jiran qofaaf
π
1. Durba ollaa keetii hin fuudhin. Sababni isaa akka itti reebdu hin qabdu, gaafa ati reebuuf jettee dullaa fudhattu utuu ati hin rukutin iyyiti maatiin ishees dhagaa'anii fiigaa dhufu.
2. Durba baay'ee bareeddu hin fuudhin. Sababni isaa dhiirri boloqqeen tokko tokko jirti kan mana dudduuba si naannooftu.
3. Durba yemmuu haasoftu akka xaaxee misingaa xaxxaaxoftu hin fuudhin. Sababni isaa akkuma itti TV ilaaltee dhaggeeffattu hin qabdu.
4. Intala maatiin isaanii baay'ee sooreessa ta'an hin fuudhin. Sababni isaa hojii hin beektu hojjettuu nuuf qaxari siin jetti, Yoo hojjettuu fiddeef immoo walitti isin shakkitee anamoo ishee fuute siin jechuu jalqabdi.
5. Durba borcii qabdu hin fuudhin. Sababni isaa, Utuu ati akka isheen ulfa taate hin beekin deessi, mucaan kun kan koo miti ittiin jechuu jalqabda!...
10/09/2025
Wantoota Milkaa'ina Namaa Danqan:
1. Sππππ: Sodaan carraa lafa jirutti akka hin fayyadamne si dhorka.
2. ππππππππ: Wallaalummaan murtoo gaarii akka hin murteessine si godha.
3. πππππ: Aariin wantoota sirritti madaaltee akka hin tarkaanfanne si danqa.
4. ππππππ
π
ππ: Hinaaffaan of guddisuu irratti akka hin xiyyeeffanne si dhoorka.
5. ππ
πππππππππ: Namoota biroo irraa akka hin baranne si dhorka.
6. πππππππ: Shakkiin of amanuu fi abjuu kee milkeessuuf bu'aa ba'ii jiru akka hin argine si godha.
7. πππππ: Jibbi nama fooyya'aa akka hin taane si godha.
8. πππππ
πππππ
πππππ ππππππ: Nama bilisaa taatee akka hin jiraanne si dhorka.
9. ππππ: Sobni namoonni akka sitti hin amanne si godha.
10. BπππUU: Boonuun dogoggora kee akka hin arginee fi irraa akka hin baranne si dhorkπ.
Culetii Intala Booranaa
Click here to claim your Sponsored Listing.