Ibsinan

Ibsinan

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ibsinan, Health/Beauty, Addis Ababa.

15/09/2025

Nama gaddisiisa!

Sa’atii muraasa dura fayyaa nagaa isaati. Dargaggeessa burraaqu, kan kolfiifi taphni irraa tolu! Karoora qaba, kaayyoo qaba. Abjuu dheeraa qaba. Dhimmaaf Finfinneerraa ka’ee gara Adaamaa deemaa ture. Karaatti konkolaataa isaa dhaabee, video waraabee tiktok irratti gadhiise.

Adaamaa ga’uuf deemsa itti fufe. Maal godharee, Adaamaa hin ga’iin hafe! Karaatti cite. Balaa konkolaataadhaan lubbuunsaa baate! Amma kana kolfee video maxxanse. Amma kana du’ee reeffa ta’e! Baay’ee nama gaddisiisa!

Waaqayyo balaa akkasii isin haa oolchu! Maatii keessan, ijoollee keessan haa oolchu!

, nagaan boqodhu!

14/09/2025

Aston Villa are the only team in England's top seven divisions not to score a goal this season 😬

Photos from Oromia Media Network's post 08/09/2025
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa