Kana beektu?
addunyaan maal keessa jirti!
05/09/2025
Sayinsistoonni seelii buhuuraa (stem cell) irraa sparmii fi hanqaaquu umuuf guddina agarsiisaa jiru jedhame .gara fuula duraatti namoonni umaamaan ulfaahuu hin dandeenyeefi gahiila saala walfakkataa qaban karaa kanaan dhala argachuu ni dandahu jedhamee abdatama .malli kunis in vitro gametogenesis (IVG) jedhama. Haa tahu malee technologiin Kun yaada walfalmisiisaa qabachuu dandaha .IVG Kun amala dahimmaniif ni filata.dahimmaan karaa kana dhalatan "dahimmaan dizayineeriiâjedhamanii waamamu .ogeessonni namoonni teknologii kana fayyadamaan hubannaa fi itti gaafatamummaa fudhachuu akka qaban akeeku.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
0941@38