Dida Jatani
“Isin dadhabdanii yaadni keessan akka hin laafnetti ittiin mormuu cubbamootaa isa obsaan danda'e sana yaadatti qabadhaa!”
— Ibr. 12:3
13/01/2026
“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa!”
— 1Phe. 5:7
30/12/2025
“Nuyi amma illee of-dadhaboo taanee utuu jirruu yeroon yaadame yommuu ga'etti Kristos warra akkuma keenya Waaqayyo irraa fagaatan hundumaaf du'e.”
— Rom. 5:6
Faaru 145:18 BOR
[18] Inni nama d'ugaafi garaa tokooni isa yaamatuti d'iaata.
27/11/2025
▮Bilchina Hafuuraa▮
● Bilchinni hafuuraa hamma nuyi Waaqayyoon akka yaada laphee keenyaa jijjiiruuf ofii keenya isaaf eeyyamnedha malee, hamma nuyi waa'ee isaa baay'ee beekne miti. Kana jechuun immoo waa'ee Waaqayyoo beekuun hin barbaachisu jechuukoo miti.
▪️Waldaa Kiristiyaanaa keessa waggootaaf jiraachuu dandeenya; garuu hojii Waaqayyo jireenya keenya keessatti hojjechuu barbaaduuf eeyyama keenya hin laanne ta'a. Luqqisii Caaffata Qulqullaa'aa sammuu keessaa baay'inaan beekuu dandeenya ta'a garuu akka inni amala namummaa keenya (Character) jijjiiruuf isatti of hin dhiifne ta'a. Waaqayyotti ni amanna; garuu akka inni jireenya keenya hunda hin boojineef isarraa fagoo jirra ta'a.
● Guddinni dhugaan, yeroo amantiin gara Jijjiirama (transformation) isa dhugaatti nu geessudha. Gaafa nuyi ofii keenyaa waan hundumaa ofiin to'achuu yaaluu dhiisnee, Hafuurri Qulqulluun akka yaada sammuu keenyaa haaressuuf, akka yaada laphee keenyaa tottolchuuf fi akka fedha garaa keenyaa jijjiiruuf isaaf eeyyamuu jalqabnudha.
▪️ Kun waa'ee bartee amantaa miti! waa'ee walitti dhufeenya nuyii fi Waaqayyo Gooftaa keenya gidduu jiruuti. Waa'ee ofiin guutuu ta'uus miti(Perfection); garuu guutummaatti Waaqayyoof bitamuudha(Submission).
● Mee har'a of gaafanna! Isatti nan amana qofa jechaa jirramoo? Dhugumaan isa fakkaachaa jirra?...
“Fakkeenya jireenya bara isa darbu kanaa duukaa hin bu'inaa! Jaalalli Waaqayyoo isa kam akka ta'e gargar baasuudhaaf, yaada garaa keessanii haareffachuudhaan of diddiiraa! ...”
— Rom. 12:2
FOLLOW | LIKE | SHARE
“Isin dadhabdanii yaadni keessan akka hin laafnetti ittiin mormuu cubbamootaa isa obsaan danda'e sana yaadatti qabadhaa!”
— Ibr. 12:3
https://www.facebook.com/profile.php?id=61583826485802
Dida Jatani
“Isin dadhabdanii yaadni keessan akka hin laafnetti ittiin mormuu cubbamootaa isa obsaan danda'e sana yaadatti qabadhaa!”
— Ibr. 12:3
💢 Mee al-tokkon duubatti isin deebisa, Guyyoonni nan darba jettanii isin hin yaadne, Haalonni isin kun dhuma kooti kanarra an abdii hin qabu itti jettan baayyeen, garuu Waaqayyo Gooftaan gargaarsa isaatiin isin dabarse meeqa?
🙌 Kankoo kumaatama, dhuma hin qabu! Kan keessanoo?
Faarfannaa 40:1-2
1 Ani abdii guutuudhaan Waaqayyoon nan eeggadhe, inni immoo gara kootti jedhe, iyya koos anaaf in dhaga'e.
2 Inni boolla huursaa bishaan sodaachisaa keessaa, dhoqqee akka suphee nama qabatu keessaas harkisee na baase; inni miilla koo dhagaa hin sochoone irra anaaf dhaabachiise, ejjennaa koos anaaf in jabeesse.
20/11/2025
Isaya 43:2 BOR
[2] Hojja isani bisaani qile keesa buutanile anini isani woliini jira; yo galaana keesa deemtanile bisaani isani illiqimsani. Yo ibida keesa yaatanile ingubattani; bobai ibidaa woma isani tolchu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa