Mu'aaž Abdallah

Mu'aaž Abdallah

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mu'aaž Abdallah, Alge.

17/09/2025

Waliin Toltu Multimedia Production – Reefu deeggartoota isaanii olaanoo keessaa tokko ta'uun beekamtii argadheera!

10/09/2025

Lakkoofsi waggaa/Calendarri Itiyoophiyaan fayyadamtu Kan Amantii Kiristaanaa ti. Amantii Orthodox wajji walqabata. Akka lakkoofsa kanaatti amanni tokko Baatii 12 fi guyyaa 6 qaba. Yeroo garii Baatii 13 ja'anii himan.

Mana Amantii Orthodox, Kan Itiyoophiyaa fi Eritrea tu fayyadama. Akkasuma Kan Egypt wajjillee walfakkaata. Garaagarummaan Kan Egypt fi Itiyoophiyaa jidduu jiru maqaa Baatii qofa. Kanaaf guyyaan Alhada fi sabtii guyyaa boqonnaa Itiyoopiyaa tahe!

Muslimoonni lakkoofsa waggaa of-dandaye qaba. Lakkoofsi Kuniis hijraa yoo tahu bara 1447, ji'a 3ffaa keessa jirra. Kana dura yoo yaadattan Ustaaz Ahmaddiin Jabal tiyoophiyaatti 🇪🇹 guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u, guyyaa sana manneen barnootaa fi dhaabbileen mootummaa fi mit-mootummaa cufaa akka oolan, akkasuma lakkoofsa bara Hijraa Kalandarii biyyattii kheessatti akka hammatamu waamicha dhiheessee ture.

Literally, Muslima hin ilaallatu jachuufi. Galatoomaa!
Share waliif godhaa baarakallaahu fiikum

16/09/2024

©Yoo rabbiin dhibe tokkon si xuqe ykn siqabe
Rabbiin malee naminii siraa kasuun jiruu gamuma rabbii deebi.ii obolleesso
تكیل
{Damaqii }

16/09/2024

Rabbin Addunyaa irratti
gamachuu Akiirattis
gamachuu Rabbin nuf ha
kennu🤲 Allahu Amiin 🤲🤲

14/09/2024

Onneen Tee Gammachuu akka argattu yoo barbaadde, Gaarii Namaaf Yaadi. Waanyoo ( Hisdii) irraa Fagaadhu.

13/09/2024

★. Hiriyyaan kee/tee inni dhugaa isa/isii yeroo hamtuu sirraa arge dhoksee siif nasiiha godhu,isa yeroo kheeyrii sirraa arge gammadee rabbi ﷻ siif kadhatu,isa yeroo dagannaa sirraa arge suuta si yaadachiisuu,isa yeroo kheeyriileerraa hifachuu khee si arge mirqaana sitti godhee si kakaasu,isa yeroo balaa fii yaaddoon sitti buute qalbiitee bohaarsuu fii isa yeroo isa agarte fuulli khee hiikkatee gammadu, isa yeroo isa wajjiin teeysee wajjiin haasooytu yaadaa fii wanti sitti jirtu sirraa deemtuudha. ]|*💜. Sheikh Suleiman Al-Ruhyli Hafuzahullah.💜

Hiriyaa gaarii Akkanaa Rabbi nuuhaa taasisu!

Akka namarraa feenu dura ifiif yoo taane/Amala bareedaa qabaachuu baannus wilii yoo irratti if leenjisne MaashaaAllah!!

12/09/2024

🫵 for watch more 🫵
🫵
🫵
🫵
🫵
🫵


█▓▒S░i░r░a░a░j▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░A░M░▒▓N█

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Alge?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Alge