Gadaa Gellee

Gadaa Gellee

Share

Dhugaa fi Dhugaa tajaajilla

01/04/2025

HOJJECHUU DANDEENYAAN ARGACHUUDANDESSA

01/04/2025

AKKAM BULTAN?

31/03/2025

HIRREE GAMTOOME TOKKUMAA DHUGOOME

31/01/2024

Beektotaa
"Yoo nama waggaa tokko achi fageessee yaadu taate
sanyii facaasi; Yoo sanyii facaaste yeroo tokkicha irraa
galfatta".

✍️"Yoo nama waggaa kudhan achi fageessee yaadu taate
biqiltuu dhaabi; Yoo biqiltuu dhaabde dachaa kudhan irraa
argatta.
✍️"Yoo nama waggaa dhibba achi fageessee yaadu taate uummata barsiisi; Yoo uummata barsiifte dachaa dhibba irraa argatta."

16/01/2024

Best photo of the day

27/12/2023
07/12/2023

Beeksisa Jijjiirraa Barsiisota barbaaddan hundaaf
Gita Hojii :- Barsiisaa
Gosa Barnootaa :- Saayinsii Uumamaa ( Generalist (BSTD)
Muuxannoo hojii:- Waggaa Lama ( 2)
Bakki irraa jijjiirrachuun barbaadamu
Bahaa
Bakki itti jijjiirrachuun barbaadamu
1. Shawaa Lixaa,
2. Shawaa kibba lixaa,
3. magaalaa Shaggar
Kanaaf barsiisonni gosa barnootaa eerame kanaan jijjiirraa Godina Arsii Bahaa galuu lakk. bilbilaa 0941333125/0993119524 naaf bilbiluun na quunnamuu ni dandeessu

Waan nu ddeegartaniif galatooma Hiriyoota keessan barbaadaniif "share" gochuun biraan naaf gahaa

11/04/2023

Sammuu kee hi hiyyoommi malee uffata boru i itatta

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Ambo