Abdi saba

Abdi saba

Share

Every thing in hands of allah

07/11/2025

𝙢𝙰𝙽𝙰𝙼𝙰𝙰 𝙡𝙸𝙸 𝙢𝙰𝙻𝙢𝙰𝙻𝙰 πš‰π™Έπ™Ίπšπ™Έπ™Έ πšπ™°π™±π™±π™Έπ™Έ 𝙰𝙺𝙺𝙰𝙰𝙽 π™·π™΄π™³π™³πš„π™Όπ™Όπ™΄π™΄πš‚πš‚π™°π™°.
β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’

πšπšŠπš‹πš‹πš’πš’πš— πš‚πšžπš‹πš‘πšŠπšŠπš—πšŠπš‘πšžπšž πš†πšŠπšπšŠ'πšŠπšŠπš•πšŠπšŠ πš€πšžπš›'πšŠπšŠπš—πšŠ π™ΈπšœπšŠπšŠ πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠπšπšπš’ ´´𝚈𝚊𝚊 πš πšŠπš›πš›πšŠ πšπšŠπš‹πš‹πš’πšπšπš’ π™°πš–πšŠπš—πšπšŠπš— πšπšŠπš‹πš‹πš’πš’ πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠπš— πš’πšŠπšŠπšπšŠπšŒπš‘πšžπšž πš‘πšŽπšπšπšžπš–πš–πšŽπšŽπšœπšœπšŠπšŠ``Rabbiin π™½πšžπšžπš— πš“πšŠ'πšŠπš—.

πšπšŠπšœπšžπšžπš•πš•πš’ πšπšŠπš‹πš‹πš’πš’ πš‚πšŠπš•πš•πšŠπš•πš•πšŠπšŠπš‘πšž π™°πš•πšŽπš’πš‘πš’ πš†πšŠπšœπšŠπš•πš•πšŠπš– πš‘πšŠπšπš’πš’πšœπšŠ πššπšžπš•πššπšžπš•πš•πšžπšž πš”πšŽπšŽπšœπšœπšŠπšπšπš’ π™°πš”πš”πšŠπš—πšŠ πš“πšŽ'πšŠπš— Β΄Β΄π™΅πšŠπš”πš”πš’πš’πš— π™½πšŠπš–πšŠ πš‰πš’πš”πš›πš’πš’ πšπš˜πšπš‘πšžπšžπšπš’πš’ π™ΊπšŠπš— πš‘πš’πš— πšπš˜πš˜πš—πšŽπšŽ π™΅πšŠπš”πš”πš’πš’ πš“πš’πš›πšŠπšŠπšπš’πš’ πšπš’πš’ 𝚍𝚞'πšŠπšŠπšπš’`` π™ΉπšŽπšπš‘πšŠπš—.

π™·πšŠπšπš’πš’πšœπšŠ πš”πšŠπš—πšŠπš›πš›πšŠπšŠ πš†πšŠπš—πšπš’ πš‹πšŠπš›πšŠπš—πš—πšž πš€πšŠπš•πš‹πš’πš’πš— πš’πš•πš–πšŠ π™½πšŠπš–πšŠπšŠ πšƒπšŠπš— πšπšŠπš‹πš‹πš’πš’ πš’πšœπš’πš’ πš‘πš’πš— πš’πšŠπšŠπšπšŠπš—πš—πšŽ π™³πšžπšžπšπšžπšž π™°πš”πš”πšŠ 𝚝𝚊𝚊𝚝𝚎 πš‹πšŠπš›πšŠπš—πš—πšŠ.

πš‰πš’πš”πš›πš’πš’ π™Άπš˜πšπš‘πšžπšžπš— π™°πš”πš”πšŠπšŠπš— πšπšŠπš‹πš‹πš’πšπšπš’ πš—πšŠπš–πšŠ πšπš‘πš’πš‘πšŽπšŽπšœπšœπš’πšπš’ ,π™°πš”πš”πšŠπšœπšžπš–πšŠ πš‹πšŠπšπš’πš’ π™·πšžπš—πšπšŠπš›πš›πšŠπšŠ πš—πšŠπš–πšŠ πšπš’πš’πš’πšœπš’πšπš’. πšπšŠπš‹πš‹πš’πš’πš— πš”πšŽπšŽπš—πš’πšŠ π™½πšŠπš–πšŠ πš’πšœπšŠ πš‰πšŠπš”πš”πšŠπš›πšž πš—πš’ πš“πšŠπšŠπš•πš•πšŠπšπšŠ.

πš‰πš’πš”πš›πš’πš’ πšπš˜πšπš‘πšžπšžπš— πš‚πšŠπš πšŠπšŠπš‹πšŠ 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 πššπšŠπš‹πšπš’ π™°πš”πš”πšŠπšœπšžπš–πšŠπšŠπšœ π™³πšŠπš πšŠπšŠ πššπšŠπšŠπš–πšŠπšŠπšπš’πš’ πššπšŠπš•πš‹πš’πš’πšπš’.

π™ΊπšŠπš—πšŠπšŠπšπšžπšž 𝚒𝚊𝚊 πš˜πš‹πš‹πšŠπš•πšŽπšŽπš’πš’πšŠπš— πš”πš’πš’πš’πšŠ πšπšŠπš—πšŠπš–πšŠπšŠπšπš’πš’ πšπšŠπš•πšπšŠπš•πšŠ ,πšƒπšŠπšœπš‹πš’πš’πš‘πšŠ ,πšπšŠπš‘πš•πš’πš’πš•πšœ πšπšŠπš‘πš–πš’πš’πšπšŠ , πšπš’πš’ πšπšŠπš”πš‹πš’πš’πš›πšŠπšŠ πšŠπš”πš”πšŠπšœπšžπš–πšŠπšŠπšœ πšπšŠπšœπšžπšžπš•πšŠπš›πš›πšŠπšπšπš’ πšœπšŠπš•πšŠπš πšŠπšŠπšπšŠ πš‹πšžπšžπšœπšžπšž πš‘πšŠπšŠ πš‘πšŽπšπšπšžπš–πš–πšŽπšŽπšœπšœπš’πš—πšžπšž.

πŸŒ΄πšπšŠπš‹πš‹πš’πš’πš— πš†πšŠπš›πš›πšŠ πš’πšœπšŠ πš‰πšŠπš”πš”πšŠπš›πšŽπšŽ π™°πšπšπšžπš—πš’πšŠπšŠ πšπš’πš’ π™°πšŠπš”πš’πš›πšŠπšπšπš’ πš–πš’πš•πš”πšŠπšŠπš πšŽ πš—πšžπš‘πšŠπšŠ πšπšŠπšœπš’πšœπšž.🀲

π™±πšŠπš›πš›πšŽπšŽπšπšπšŠπš–πšŠ π™ΊπšŠπš—πšŠ π™΄πš›πšπšŠ πšπšžπš‹πš‹πš’πšœπšπšŠπš—πš’πš’ πš’πš›πš›πšŠπšŠ πšπšŠπš’πš’πšŠπšπšŠπš–πšπšŠπš— πš‹πš˜πš˜πšπšŠ πšπš˜πšπš‘πšŠπšŠ π™΄πš›πšπšŠπšœπš’πš’ π™½πšŠπš–πšŠ π™Όπšžπšœπš•πš’πš–πšŠπšŠ πš”πšŠπš‹πš’πš›πšŠπšŠπšπš’πš’πš π™°πš”πš”πšŠ πš’πš›πš›πšŠπšŠ π™΅πšŠπš’πš’πšŠπšπšŠπš–πšžπšžπš

07/11/2025

"Beekumsa barbaaduun
nama muslimaa tokko
irratti dirqama"ja'an
Nabi Mohammad S.A.W

07/11/2025

Yeroo marsaa laguu...
*Bishaan sirriitti dhuguun
*Muuziifi ananaasii nyaachuun
*Jinjibila itti alanshuun
*Ciree irratti hanqaaquu soorachuun
*Shaanaa /Goommana fayyadamuun
*Aannan dhuguu, bu'aalee aannanii fayyadamuufi
*Nama jaalatan waliin waldhungachuun
*Nama jaalaniin sukkuummamuu
*Dhiphachuu dhiisuun
*Foon qurxummii soorachuu fi kkf dhukkubbii garaa fi bowwoo mataa yeroo kana nama mudatu fooyyessuuf hedduu gargaaru. Haala kanaan namatti hin fooyya’u taanaan qorichoota dhukkubbii hir'isan kan akka Panadol, aspirin, ibuprofen, mefenamic acid, diclofenac fa'a keessaa tokko fayyadamuun ni danda'ama. Haa ta'u malee, qorichoonni kunniin miidhaa dalgaa Fknf dhukkuba garaachaaf waan nama saaxilaniif baay'isanii fayyadamuun hin gorfamu.
Hirmaannaa keessaniif guddaa galatoomaa!!
πŸ‘‡

Telegram: Contact @drhoneliat12em

07/11/2025

α‰ αŠ αˆœαˆͺካ αˆα‹΅αˆ­ αˆ™αˆ΅αˆŠαˆžα‰½ αŠ₯αŠ•α‹° አሸ.ባαˆͺ ተቆαŒ₯αˆ¨α‹‹αˆπŸ’”

α‰ αŠ αˆœαˆͺካ αˆα‹΅αˆ­ αˆ™αˆ΅αˆŠαˆžα‰½ αŠ αŠ•αŒˆα‰΅ ደፍተው αŠ‘αˆ¨α‹‹αˆπŸ’”

α‰ αŠ αˆœαˆͺካ αˆα‹΅αˆ­ α‰ αˆ΄αˆ« α–αˆˆα‰²αŠ« αˆ™αˆ΅αˆŠαˆžα‰½ αŠ₯αŠ•α‹° ጭ.αˆ«α‰… α‰ αˆ˜α‰³α‹¨α‰΅ αŠ₯α‹αŠα‰΅ αˆ°α‹ αŠ“α‰Έα‹αŠ• α‰°α‰₯αˆˆα‹ α‰ αˆšα‹²α‹«α‰Έα‹ α‰₯α‹™ α‰°α‰₯αˆˆα‹‹αˆα₯ αŠ¨αˆ˜α‰£αˆαˆ αŠ αˆαˆα‹ α‰ αˆ€αŒˆαˆͺቱ αˆ΅αˆαŒ£αŠ‘αŠ• α‰ α‰°α‰†αŠ“αŒ αŒ‘ αŠ­αˆ­αˆ΅α‰²α‹«αŠ• αŠƒα‹­αˆŽα‰½ ቀαŒ₯α‰°αŠ› ቡዕዛዝ αˆ™αˆ΅αˆŠαˆžα‰½ αŠ¨α‹αˆ΅αŒ₯ም αŠ¨α‹αŒ­αˆ α‰ α‹™ α‰½αŒαˆ­αŠ“ αˆα‰°αŠ“ αŠ₯αŠ•α‹²α‹«αˆ³αˆα‰ α‹¨α‰ αŠ©αˆ‹α‰Έα‹αŠ• αŠ αˆ΅α‰°α‹‹αŒΎ αŠ α‰ αˆ­αŠ­α‰°α‹‹αˆ αŠ₯α‹«α‰ αˆ¨αŠ¨α‰±αˆ α‹­αŒˆαŠ›αˆα’πŸ’”

α‰ αŠ αˆœαˆͺካ αˆα‹΅αˆ­ αˆ™αˆ΅αˆŠαˆžα‰½ αˆ΅αˆαŒ£αŠ• αŠ₯αŠ•α‹³α‹­α‹™ α‰ αˆαˆ­αŒ« αŠ₯αŠ•α‹³α‹­αˆ˜αˆ¨αŒ‘ α‰ α‹™ ሴራ α‰°αˆ°αˆ­α‰Άα‰£α‰Έα‹‹αˆα’πŸ’”

αŒαŠ• α‹›αˆ¬ α‰ α‰³αˆ‹α‰‹ አሜαˆͺካ αˆ™αˆ΅αˆŠαˆžα‰½αŠ• αŠ₯αŠ•α‹° αŠ α‹.αˆ¬αŠ“ αŠ αˆΈα‰£αˆͺ α‰ αˆšα‹«α‹¨α‹ αˆ›αˆ…α‰ αˆ¨αˆ°α‰₯ α‹αˆ΅αŒ₯ α‰ α‹ˆαŒ‘αŠ“ α‹¨αˆ™αˆ΅αˆαˆ™αŠ• αŠ₯α‹αŠα‰³ α‹¨α‰°αˆ¨α‹± αˆ°α‹Žα‰½ α‰ αˆ˜αˆ¨αŒ‘α‰΅ αŠ«αˆ­α‹΅ αˆ°α‰ α‰₯ αŠ α‹΅αˆ­αŒŽ α‰ αŠ αˆ‹αˆ… ፍቃዡ αŠ αŠ•α‹΅ αŠ•αŒΉαˆ… አሜαˆͺαŠ«α‹Š αˆ™αˆ΅αˆŠαˆ α‹¨αŠ’α‹ˆαˆ­αŠ­αŠ• αŠ¨αŠ•α‰²α‰£αŠα‰΅ αˆŠα‹«αˆ΅α‰°α‹³α‹°αˆ­ α‰ αŠ α‰₯αˆ‹αŒ« α‹΅αˆαŒ½ αŠ αˆΈαŠ•ααˆβ€

α‹­αˆ… αˆ°α‹ αˆ›αŠ• α‹­αˆ˜αˆ΅αˆ‹α‰½αŠƒαˆβ“

07/11/2025

Ani Muslima.

Haasawa Zohraan Mamdaanii daqiiqaa Soddomiif nama kumaataman lakkaawamuu fi media addunyaa kan namni Miliyeenni meeqa laalu dura dhaabbate hawaasa bal’aa keessatti godhe keessaa ka akkaan natti faaneeyse jacha dura ka inni oggaa if ibsu β€œAni Muslima” ja’e dubbate kana.
Haasawa isaa keessatti osoo ani paarti demokraatiti , ani biyya akkanaati ,ani gosa tana hin ja’in dura wanni inni ittiin boone ittiin dhaadate jacha β€œAni Muslima” ja’u kana.!

Subhaanallaah !
Nama garii ka sadarkaan qaba ja’ee if yaadu ka hanga goflaa bookee hin mizaanneetu β€œAni muslima β€œ jachuu irraa qaanfata.
Ani biyya akkanaati ,an magaala akkanaa irraahi , an gosa akkanaa irraahi ja’e if dubbata ammoo amantii isaa ka ittiin qaanfatu tahu argita.
Wal gahii osoo taa’utti jiru yoo salaatni gahe niin salaata jachuu qaanfata.
Amantiin isa biratti xuqamtullee irraa dubbachuudha sodaata.

Yaa obboleessa kiyya.!
Yeroon ati sadarkaa dhugaa san argattu yeroo bu’ura amantii teetiin boonte ,waan itti amantee dhugoomsiteen qaanfachu baatte qofa jachuu naaf hubadhu.
Namnilleen hanguma ati ejjannoo qabdu si kabaja.
Zohraan Mamdaaniin injifannoo guddaa kan argateen sababa waan itti amane bu’ura jireenya isaa waan tahe hundaan booneefi ,ittin qaanfatini.
Namni nama ejjannoo qabu jaalata.!
Rabbiin islaama godhee nu jiraachisee islaamummaa irrattiis nu haa ajjeesu..!

β€œAni Muslima ,Ani Muslima ,Ani Muslima,Ani Muslima.”
Mataa ol qabadhu ittiin booni.

07/11/2025

Faayidaa Hirdii fi Aannan Walitta makanii Dhuguun Qabu..

Qorannoowwan Saayinsii fayyaa akka mul’isanitti Hirdii fi Aannan waliin dhuguun faayidaa fayyaa hedduu qaba.

Barreeffama kana keessatti, faayidaa saayinsaawaa hirdii fi aannanii waliin dhuguun qabu ibsina.

1. Fayyaa Sombaa (Liver) fi Ujummoo Qilleensaa (Respiratory System) Cimsuu

Hirdii fi aannan waliin dhuguun:
Fayyaa Sombaa fi ujummoo Qilleensaa Cimsa, somba keenya dhukkuba garaa garaa irraa eeguu fi haaromsuu danda’a.

Dandeettii Sombaa qulqulleessuu
Cimaa ta'ee qaba Summii Baakteeriyaa fi Vaayiresii garaa garaa Sombaa fi Ujummoo Qilleensaa keessaa qulqulleessa.

Dhukkuba Asmii Namarraa ittisa
Namoota Dhukkuba Sombaa Qabaniif baayyee gaariidha.

Qufaa halkan yeroo Hirriibaa Nama rakkisuuf dawaadha.

2. Dandeettii Dhiigaa fi Tiruu fi Kalee keeysaa Summii Qulqulleessuu cimaa ta'e qaba

Tiruu irraa summii qulqulleessa Hirdii fi aannan anti-inflammatory fi antioxidant cimaa ta'anii tiruu (liver) dhukkuba irraa eeguu danda’u.

Fayyaa Tiruu Cimsa
Dhukkuba tiruu kan Akka Vaayireesii B fi (Liver Fibrosis) fi
Dhukkuboota Tiruu gosa hunda Namarraa ittisa.

Qorannoon Saayinsii Akka Agarsiisuutti Aannan Hirdii Wajjin Dhuguun vaayiresii tiruu
(Hepatitis C fi B) Warra Qabanuuf waan gaariidha Turuu keeysaa Vaayiresii hirrisuu fi miidhaa Vaayireesii ittisuuf Tajaajila.

3. Dhukkuboota Garaachaa fi fayyaa sirna Nyaata Bullessuu Fooyyess.

Hirdii fi Aannan dhuguun vaayiresii fi baakteeriyaa garaachaa fi Mar'imaan irratti dhibee fiduu fi midhaa kan Akka gubaa Mar'imaanii fi garaachaa fi bokoka garaa fi Namatti fidan Nurraa ittisa ni Balleessa. Baakteeriyaa fayyaa keenyaaf Bu'aa qabu Garaachaa fi Marrimaan keessatti Cimsa.

4. Dhukkuba Kaansarii Ittisuu fi Yaluu keessatti ga'ee qaba

Hirdii fi Aannan antioxidant cimaa ta’ee, free radicals kaansarii fidanu irraa qaama keenya eeguu danda’a.

Qorannoowwan Saayinsii akka agarsiisanitti, hirdii fi aannan waliin dhuguun guddina seelii kaansarii hir’isuu fi daangeessuun

07/11/2025

πŸ’« Dhaabbata Islaamaa Hud-hud πŸ’«

Dhaabbanni Hud-hud hojii da’awaa irratti xiyyeeffachuun, sagantaa leenjiifi falmii namusa qabu qopheessu, kitaabota raabsu, akkasumas hojiilee adda addaa hojjechuun ergaa Islaamaa babal’isu irratti hojjetaa jira.

Namoonni miseensa dhaabbata kana ta’uun, ergaa Islaamaa hawaasa biraan ga’uu fi dhaabbata cimsuu keessatti gahee ol’aanaa bahuu danda’u.

Har’a miseensa ta’ii, ergaa Islaamaa dabarsi! 🌿

Page dhaabbata keenyaas isa kana follow gochuun hordofaa..

Namoonni miseensa dhaabbataa ta'uu barbaaddanis lakkoofa kanneen irratti bilbiluun ni qunnamuu ni dandeessan:-

πŸ“ž Bilbilaa: +251919296262
+251913463746
+251986647030

https://www.facebook.com/share/1DQvi4eYDU/

07/11/2025

Mee dubbii Dirree Dhawaa tana eega haqa jiru tuqxanii biraa hin deebi’inaa. Odoma waan biraa hafeeyyuu referendamiidhaan akka ummanni murteeffatu gochuun ulfaataa natti hin fakkaatu. Yoo sun tahe firiin isaa injifannoo dha.

07/11/2025

Seenaa Haaraa New York, USA!

Filamuun Zohran Kwame Mamdani, keessattuu akka Kantiibaa Muslima jalqabaa tokkootti seenaa haaraafi muslimoota addunyaaf immoo milkii guddaadha. Akkuma beekamu balaa 9/11 magaalaa New York keessatti qaqqabee booda, biyyoota lixaa keessatti jibbiinsi muslimootaa (Islamophobia) dabalee jira. Haala kana keessatti Kantiibaa Musliimaa jalqabaa magaalaa guddittii Ameerikaa fi wiirtuu daldalaa, faayinaansii fi dippilomaasii addunyaa taate keessatti kantiibaa ta’uun filatamuun isaa sabdaneessummaa fi fi bilchinni siyaasaa Ameerkaa fi biyyoota Lixaa keessatti dabalaa dhufuu agarsiisa.

Gara biraan seenaan hidda dhaloota isaa Afriikaa (Yugaandaa) fi Eshiyaa (Hindii) ta'uun isaa nama jalqabaa isa taasisa. Kun immoo jijjiirama dimogiraafii magaalattii fi humni siyaasaa hawaasa godaantotaa fi diyaaspooraa jabaachaa dhufuus ni agarsiisaa.

Dabalataan bara hedduu booda Kantiibaa umriin dargaggeessaa ta'uun isaa hoggansa siyaasaa biyyattii keessati jijjiiramni dhalootaa dhufaa jiraachuu argisiisa. Kunis kan ta'eef filattoota umriin dargaggoo ta'an, kanneen siyaasaa tarkaanfataa fi jijjiirama hawwan, haala siyaasaa tureen mufatoo ta'uu isaaniirraa kan ka'een isaaf sagalee waan kennaniifidha.

Injifannoon isaa warra paartii Dimookiraatawaaa, ilaalcha tarkaanfataa fi siyaasa giddugaleessaa (Centre Left) gaggeessaniif keessattuu warra Dimookiraatawaa Soshaalistoota Ameerikaa (DSA) injifannoo guddaadha. Filatamuun Zohran Mamdani, yaanni warra Democratic Socialist waltajjii siyaasaa magaalota Ameerikaa keessatti filannoodhaan milkaa’uu akka danda’u kan agarsiisedha. Keessattuu magaalaa akka New York kan magaalaa guddoo kaappitaalizimii Ameerikaa ta’uun beekamte keessatti fudhatama argachuun hedduu ulfaataadha. Kun immoo kaadhimamtoota biroo kan Mamdani fakkaatan guutuu biyyattii keessatti jajjabeessuu mala.

Zohran Mamdani, Mootummaa Israa’el irratti nama mormii cimaa qabudha. Mootummaa Israa'el mormaa filatamuun isaa, ilaalchi Israa’eliif lammiileen Ame

07/11/2025

Nageenyii fi Rahamtni Nab. Muhammad irra haa jiraatu
Ψ§Ω„Ω„Ω‡Ω… Ψ΅Ω„ ΩˆΨ³Ω„Ω… ΨΉΩ„Ω‰ Ψ§Ω„Ω†Ψ¨ΩŠ Ω…Ψ­Ω…Ψ―

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Arsi Negele?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Arsi Negele