Asaasa biyya koo
Magàalaa Guďdoo aanàa Gadab asaasaati
24/05/2024
Ab-suuddaa (Xuqur asmuudi) gurraacha
1. Raammoo garaa keenyaaf damma waliin garaa duwwatti nyaachiftu.
2. Haphina rifeensaaf shayi waliin. .
3. Umrii malee harrii yaasuu ni qolata shayi waliin.
4. Dhibee mata-bowwuutiif dammaa waliin..
5. Dhibee kaansaariif.
6. Madaa deddeebi'a ni qoorsa damma waliin
7. Dhibee sukkaaraaf.
8. Dhibee garaa kaasaatiif.
9. Qakkeef.
10. Dhukkubbii garaa laaleessu..
11. Dhibee ija gogaa dhukubu nifura.
12. Utaalloof
13. Fooli badaa afaan keessaa nurraa ittisa.
14. Dhukkubbii maashaaf bayeessa.
15. Dhukkubbii dugdaatiif..
16. Dhukkubbii garaa walitti hacuucu.
17. Dhukkubbii ilkaaniif,
18. Infekshinii irgaaf ni tola..
19. Hooqxoo qaama.
20. Ho'insa qaama dabaluuf.
21. Dhibee himna humna nama qabuuf. .
22. Dadhabina onnee qolachuuf nigargaara.
23. Bareedina gogaa keenyaaf ni tola...
24. Kintarrotii nifoyyeessa akawama isaa daaka daaraa isaa sana jiisa jirbiin keessa galcha..
Firiin kun dhibewwaan gara garaatiif heeddu gargaara akka jiru qoronnowwan wirtuu omisha dawaa ibsaa jiru
-Akkaataan soorata isaa nyaata waliin.
-Shayi waliin
-Damma waliin.
- Buna waliin.
- Bishaan waliin
Akkamiitti nyaatamuu qaba
=Daakama isaa otoo hin bilchoofne
=Sodaa garaachi daaku dadhabuuf immoo xiqqo akawama.
=Zeeytii (cunfaa)isaa
Galatooma
14/05/2024
FAAYIDAA ZAYITA EJERSAA/OLIVE OIL
1. Kaansarii harmaa ni ittisa
2. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara
3. Meetaabolii ni guddisa
4. Cirraacha hadhooftuDhagaa ni ittisa
5. Rakkoo onnee ni hir'isa
6. Hamma kolestroolii hamaa ni hir'isa
7. Fayyaa sammuuf
8. Rifeensa dheeraa fi jabaa
9. Goginsa garaa namarraa ni salphisa
10. Wal'aansa ijaaf
11. Dhiibbaa farra dulloomuu
12. Zayitii masaajii qaamaf toluu
13. Dhukkuba sukkaaraaf
14. Dhiibbaa dhiigaaf
15. Kaansarii gogaa ni ittisa
05/10/2023
05/10/2023
05/10/2023
Click here to claim your Sponsored Listing.