Ani abjuu qaba

Ani abjuu qaba

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ani abjuu qaba, Health/Beauty, ciro, Asebe Teferi.

12/12/2024
Photos from Ani abjuu qaba's post 21/01/2023

dhugaa dhokate!!!!

30/12/2022

akkam nagaa keessanni hordoftoonni page koo .akkuma beekkamu dhibeen gaastirikii[cuggarraa] baldhinaan dhibe ummata keenya miidha tureefi ammaas miidhaa jiruudha.Dhukkubni kun mana yaala yeroo deemnes yeroof malee deebi'uun isaa hin hafu amma garuu fala isaa nu harka jira namoonni barbaaddan bilbila kanaan nu qunnamu dandeessu.whats app,telegram,imo akkasumaas kallattiin bilbiltani nu argachu dandessu. hadaraa warronni baarrefamni kun isin dhaqabe share waliif godhaa.Ummata keenya dhibe kana irraa haa baraarruu.fayyaan faayaa

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Ciro
Asebe Teferi