Lensa OroΚ»

Lensa OroΚ»

Share

I'm a Derams Have a good time ...

Guddinni dhugaa OBSA barbaada.πŸ™

12/06/2026

12/06/2026

11/06/2026

Obbaleettiin Teenya

.Miiliyoona tokkoofi Kuma Dhibba Shan Yoon Injifadhe Hojii isin irraa gammadaniin Hawaasa koof hojjachuu deema jetti.

eegaa Obbaleettiin teenya Caaltuun Wal Dorgommii Dhaabbannii "THE GRAND CHALLENGE by YoursTech Academy" jedhamu qopheesse irratti Akka Dorgomtu Afeeramte.

-Wal dorgommiin kunis Ji'a/baatii tokko keessatti Badhaasa Birrii Milliyoona Tokkoo fi Kuma Dhibba shan Injifachuuf Taasifamuudha.

-maarree wal dorgommiin kuni Obboleettii Teenya Caaltuu Amaan fi Obboleessa Keenya Abdi Getachew gidduutti eegalamee jira.

WAL DORGOMMIIN KUNI MAALI?:
-wal dorgommiin taasifamu kun hawaasa oromoo bal'aa yaamicha barnoota teeknolojii fi diijitaalaatti affeeruu yemmuu ta'u, tokkoon tokkoon dorgomtoota Yours Tech Academy irraa Liinkii mataa isaaniikennamee fi karaa Liinkii isaaniitiin hawaasa isaanii Beekumsatti Affeeruudha.

- maarree wal dorgomtoota lamaan keessaa namni dursee karaa Liinkii isaaniitiin namoota dhibba shan(500) qofa kan kaffalanii baratan yoo galmeessisan - Badhaasa Birrii Milliyoona tokkoo fi Kuma dhibba shanii(1.5M Birr) ni injifatu.

Kanaafuu Obbaleewwan koo turtii Ji’aa tokkoo keessatti gara Linkii Koomantii jala isiniif keenyuutiin Gama Caaltuutiin Nama kafalee baratu Namni 500 yoo galmaa’ee waan injifatuuf Liinkii Koomantii jala keenyuun seennee Namuu haa galmooynee beekkumsa keenyaas horannee Obbaleettii teenya Caaltuuniis Kaayyoo Dorgomicha Dorgomteef kana akka hojjattu haa taasifnu

11/06/2026
11/06/2026

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

π‘ˆπ‘ π‘šπ‘Žπ‘¦π‘¦π‘œπ‘œ π‘€π‘’π‘ π‘Žπ‘Ž π‘€π‘Žπ‘–π‘› π‘…π‘œπ‘Žπ‘‘
Asebe Teferi
Cπ™π™žπ™§π™€π™€π™‚π™€π™‘π™–π™–