Megersa abdella pages

Megersa abdella pages

Share

Education

26/08/2023

shamarree qaxalee akka Aanaa gumbii bordoddeettis, akka mana barumsaa bordoddee sad.1ffaatti qabxii olaanaa fidde.

Average 68.96
parsantayili 92.12
jabduu intalaa bakka guddaa akka geessu abdii sirraa qabna.jabaadhu!

23/08/2023

ɢᴀᴍᴛᴀᴀ ᴅᴇᴇɢɢᴀʀ𝐬ᴀ ɢᴜᴍʙɪɪ ʙᴏʀᴅᴏᴅᴅᴇᴇ
#𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨 𝐇𝐨𝐣𝐣/𝐌𝐖𝐃
𝐃𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐐𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐭𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐞𝐞 "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 #𝐐𝐫. 500 𝐀𝐫𝐣𝐨𝐨𝐦𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐚.
• 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐊𝐢𝐬𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮.
• 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚𝐟 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐭𝐢.
• 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚𝐟 𝐟𝐢𝐝𝐝𝐢.
• 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐇𝐚𝐫𝐢𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐃𝐮𝐫𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐜𝐢𝐦𝐬𝐢𝐭𝐢.
• 𝐇𝐚𝐫'𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐁𝐨𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐚𝐜𝐡𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐰𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚.
• 𝐗𝐢𝐪𝐪𝐨𝐨𝐧 𝐚𝐭𝐢 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐢𝐭𝐮 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚. 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐢𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚.
𝐋𝐚𝐤𝐤. 𝐇𝐞𝐫𝐫𝐞𝐞𝐠𝐚
#𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐥𝐝𝐚𝐥𝐚𝐚. 1000565511916
#𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐒𝐢𝐢𝐧𝐪𝐞𝐞. 1055340920215

Photos from Mana barumsaa bordoddee sad.1ffaa's post 23/08/2023

# # An Siif Jira !!
Dhufee jira Abbaa dhaloota qubee!
ADEM TELEE( ADEM HUSEN SEID)
An Eessattu dhaloota qubeettif of duuba hin oolfadhu,Jechuudhan Akkawuntii Tajajilaa Lammummaaf Oluu irraattii qarshi 1200 Galii taasisee jira!!!!!

23/08/2023

ɢᴀᴍᴛᴀᴀ ᴅᴇᴇɢɢᴀʀ𝐬ᴀ ɢᴜᴍʙɪɪ ʙᴏʀᴅᴏᴅᴅᴇᴇ
#𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨 𝐐𝐚𝐱𝐚𝐥𝐞𝐞𝐧
𝐀𝐧𝐢𝐬 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢 𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐧𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐂𝐚𝐛𝐬𝐞
𝐃𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐐𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐭𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐞𝐞 "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 #𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚(1) 𝐀𝐫𝐣𝐨𝐨𝐦𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐚. 𝐃𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐬𝐬𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐟𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢.... 𝐣𝐢𝐫𝐚.
𝐋𝐚𝐤𝐤. 𝐇𝐞𝐫𝐫𝐞𝐞𝐠𝐚
#𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐥𝐝𝐚𝐥𝐚𝐚. 1000565511916
#𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐒𝐢𝐢𝐧𝐪𝐞𝐞. 1055340920215

23/08/2023

ɢᴀᴍᴛᴀᴀ ᴅᴇᴇɢɢᴀʀ𝐬ᴀ ɢᴜᴍʙɪɪ ʙᴏʀᴅᴏᴅᴅᴇᴇ
#𝐌𝐚𝐠/𝐊𝐨𝐨𝐫𝐚𝐚
𝐃𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐐𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐭𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐞𝐞 "𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 #𝐃𝐚𝐛𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐫𝐳𝐚𝐧𝐚(3) 𝐒𝐚𝐬𝐚𝐚𝐛𝐚𝐦𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐚. 𝐃𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐬𝐬𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐟𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢.... 𝐣𝐢𝐫𝐚.
𝐋𝐚𝐤𝐤. 𝐇𝐞𝐫𝐫𝐞𝐞𝐠𝐚
#𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐥𝐝𝐚𝐥𝐚𝐚. 1000565511916
#𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐒𝐢𝐢𝐧𝐪𝐞𝐞. 1055340920215

Photos from Mana barumsaa bordoddee sad.1ffaa's post 23/08/2023

An Siif Jiraa!!
""""""""""""""""""""
Nuti barachuu Baannus Akkuma Ilmaan keenya Ilmaan hiyyeessa barnootaa irraa Akkan hafne # An Siif Jiraa. Qar( 500) Mahammad Aadam C/Kooraa irraa Arjoome.

Photos from Mana barumsaa bordoddee sad.1ffaa's post 21/08/2023

#$hamarree_rikardii_jalqabaa
~ qarshii 1000 galii goote jirti.
KennaTajajilaa lammummaa jechuun Dulaa Darzana {1} Barataa tokkoof jedhu irratti Anis qooda koo nan bahadhaa lammii koos nan deeggara jechuun Faxumaa Nuuran kalil 1000 Account Tajaajila Lamummaa irratti galii nu goote jirti.
dhaloota har'a fi boru biratti siidaa ijaarratte jirta.
[Magaala Harar irraa ]galatoomi sin jenna.
bakka xiqqoon baate guddoon haa seentu!

21/08/2023

'uudii irraa.
Shamarree qaxalee qarshii #3000 arjoomte jirti.

©$hamarree yeroo hunda waa'ee gargaarsa ummata bordoddee keessatti adda durummaan hirmaachaa kan turte bara kanas duula dabtaraa kana keessattis qarshii 3000 boru ganama nin erga jettee jirti.shamarree ummata ishiif jirraattu tana Addunyaa fi akhiratti rabbi ishii haa milkeessu!

intalaa tun ummata kiyya gargaaruu irratti eenyuutu nan dorgoma? jetti.

21/08/2023

Rakkoo meeshaalee barnootaaf jedhee barataan kamuu barnootarraa duubatti hafuu hin qabuu yoomiyyu
Isaan deeggarsa kana godhaanifi kannen deegarsa akkanaa kana godhuuf jiraatanillen warra barnootaa sammuu dhalootaa keessatti gad dhaabanii fi bara baraan yaadatamaniidha.
kanaaf namoonni har'a Rabbiin harka keessan keessa waa jiran obboleewwan keessaniif hiixadhaa!!

21/08/2023

Rakkoo meeshaalee barnootaaf jedhee barataan kamuu barnootarraa duubatti hafuu hin qabuu yoomiyyu
Isaan deeggarsa kana godhaanifi kannen deegarsa akkanaa kana godhuuf jiraatanillen warra barnootaa sammuu dhalootaa keessatti gad dhaabanii fi bara baraan yaadatamaniidha.
kanaaf namoonni har'a Rabbiin harka keessan keessa waan jiran obboleessa keessaniif hiixadhaa!!

Photos from Mana barumsaa bordoddee sad.1ffaa's post 21/08/2023

.
✓dargaggoo $hufeera konkolaataa Aanaa gumbii bordoddee kan ta'e anis dhaloota hegeree biyyaa ta'an kan har'a sababa dabtara fi qalama dhabuutiin barumsa akka hin dhabneef ni jirraaf jechuun qarshii 600 arjoome jira.
guddaa galatoomi qaxalee namaa!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Asebe Teferi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Asebe Teferi