Furguge bara
Militery
24/11/2021
Waa'ee kee waan 10 nin beeka . SIIF HIMUU ?!
***************************************************
1, Ati Barreyfama Kana Dubbisutti jirta.
2, Qubee "M" osoo hidhii tee walitti hin cufne Dubbisuu hin
dandeysu.! Yoo dubbiste Ati "Genius" Garuu Goonkumaa
Dubbisuu hin Dandeysu.!
3, Hin dandeysu an jannaan Dubbisuudhaaf yaalii Godhutti
jirta. .
4, Xiqqo seeyxee ( π) jirta
6, Seeyxee (π ) jirta ykn kofaltee jirta. (π )
7 , Lakkoofsa shan irra utaaluu khiyya hin hubanne .
8 , lakkoofsa 5 Irra utaaluu kiyya mirkaneeyfatte.!
9 , Xiqqo seeyxe
10 , Barreeffamni kun sitti tolee share Godhuuf Deemta .!!
11 , Namni garii Share dhiisee copy ykn screenshots
narraa godhuu deema. !Ani isnii isiniif hin goonee dhiisaa
Yoo xiqqollee tahu isin seeqqachiise share godhaa duniyaa
waliin gahaa
20/11/2021
Yaa RABBI Haajaan teenya hedduudhaa, yaadaa fi muraada keenya nuuf guuti
20/11/2021
18/11/2021
Jira jirtuu yaa 70
18/11/2021
Addunyaan kun mokkora balloo barbaadduus dura rakkoon walitti buuta.
Seena qalbii nama cabsuuπβοΈ
Intala imaana akkaan qabdu tan amantii isii haalaan hordooftu taakkaatu turee. intalli tun rabbiin fedhii isaatiin gurbaa islaama kan imaana hin qabne tokko isii fuudhe.
Ergaa aruuzza(cidha) godhatanii manatti galaniif booda nyaataa abba mana kana waliin nyaachuuf erga jalqabanii booda namni tokko dhufee balbala rukute.
Yeroo kana arustuttiin tun enyu jatteeni balbala jalaa baante? miskiina(kadhattu) "yaa ta rabbii waniin nyaadhu naaf keenna" ja,en intalli tuniis ol deebitee abbaa manaa isiitin namticha miskiina kadhattuu tokko kan nyaata barbaadu jatteen ni belawee..
Yeroo kana abbaan manaa isii kun ariin lafa ol ka'ee kami kan guyyaa gammachuu keenyatiin dhufee nu jeequ? Jadheen gad bahe namticha beelti laaffiste kana qabee akka maleetti rukutee guyyaa gammachuu isaatin wanni akkanaa umamuun sun akka maale isaa arsee haadha manaa isaa tanaas achumatti dhisee biraa kutee intalii tuniis hedduu gadditee " Yaa Allaah wanuuma rabbiin nan fedhe jattee obsite Rabbiirratti obsite..
Haaluma kanaan Intalli tun waggaa kudha 15 gutuu lafa teeyse garuu wagga 15 booda namticha biraa tokko Rabbiin fideefii bultii ijaarte manatti waliin galaan ammas guyyuma aruuzza isitiin isaani ta,ee nyaataa nyachuuf jalqaaba jiruu hulaan itti dhadhahamte katee balbala bira dheyxee enyu jatten?
"ana miskiina niin belawe nyaata xiqqoo barbaadeeti ja,en yeroo kana intalli tun ol deebitee abbaa manaa isiitin miskiina nyaata barbaadu jatteen kana abbaan mana isii kun nyaata huunda fuudhe ho kenniif nuti waan isarraa hafe nyaanna ja,en.
Mashallah
Intalli tun nyaata hunda akkuma jiruun fuutee alatti gad baaftefi π boyaa ol deebite.
Subhaanallah
Dubbii hamaa turee, gara yeroo ol-deebitu abbaan mana isii kun maal taate? Jedheen namicha miskiina kanaatu si arsee mo jadheen"
Isniis lakkii namticha kanaan dura waggaa 15 dura na fuudhe gocha hama rawwaate sani. Akkuma harraa guyyaa aruuza keenya ture namtichii miskiinni tokko dhufe nu nyaataa nu kadhate ture, haa ta'uu malee namtichii kun tume ariye anallee na dhiiseeti nabiraa deeme subahanaallah kunoo kan hardha dhufee waa kadhatu isaa sanii jatte baayyee boocheππππ
Akkuma isiin boochu Abban mana isii kan amma kun warra imaana guutu qabuu waliin booyeππ.
Intalli Yeroo bohiinsa abbaa mana kana ilaaltu atoo maaltu si boochise jatteen. Abbaa manaa kun akkas jechuun deebiseef ::"bar namtichi miskiinni inni gaafa san tume ariyee saan Ana bar ja,en...ππππ
Subhaanallah yaa obbaleyyaan islaamaa mudaannoo kun hedduu garaa nama raasa.
Atii hoo jireenya kessaan keessatti taate akkamii qunnamtee??
Yaa Obboleessa koo yaa Obboleetti too rabbiin nama imaana guutu qabuu waliin wal isiin haa qunnamsiisu.
Rabbiin sirraa haqabu jiruu dukkanaa,
Rabbiin sirraa haqabu imaana hirdhuu,
Rabbiin sirraa haqabu hiyyumaa hamaa,
Rabbiin siif haa keennu jiruu imaana
Rabbiin siif haa keennu jiruu ifaa.
Rabbiin siif haa keennu gammachuu ganda lamaanii..
Rabbiin anaa fi isiniifis ararama fi jennata nuuf haa keennu... Amiin Amiin
18/11/2021
Eeyye Bakkuma citteen dhiydi jedhama!
Artisti Galaanaa Gaaromsaa ummata gammoojjii Baalee kanneen sababa hongeetiin Loowwan kumaatamaan dhumaa jiraniif deeggarsa qarshii 30,000 galii taasisee jira Artist Galaanaa Gaaromsaa Galatoomi
Kana malees rakkoon fedhe waliif yaaduu nama hin dhorku jechuudhaan hidhamtoonni siyaasaa hayyoonni keenya Obbo Baqqalaa Garbaa qarshii 2000 Obbo Jawaar Muhammad qarshii 2000 Hamzaa Booranaa qarshii 2000 ummata gammoojji Baaleetiif akkaauntii dhaabata Egereef 1000091390071 irratti galii taaaisanii jiru
Rabbi achi keessaa jara habaasu jedhaa du,aa,ii godhaafi. Raayyaa Abbaamaccatiin
18/11/2021
Dr Kabaaja Artist Ali Birra dhukkubsaatani waldhaansa irra jiru.Amantaa Qabdanin kadhaanna taasisaf ππππ.
Kitaaba seenaa oromoo guddadha.
Rabbi faayyakee Haa Eegu Abbaakoo!!
18/11/2021
sheer waliif sheer waliif
Obboleeyyan Islaama nageenyi Rabbii bakkuma jirtanitti isin haa qaqqabu
Hazbun allaahaa yaa doktor yaa kaabinee Yaa barsiisa Yaa ustaaza yaa sheeka yaa naggaade garaa guddisuu ragaa garaacha guddisuu kana Eysuma fiddan? Ya jarana nurraa dhiisa mee kuni isin irraa hin bareedu
Garaacha guddatu irra aqlii guddisutu ulfaata
Aqliin guudatte garaan yoo guddattees bareedina dhiira balleessa garu kan nama ajaaibu namni tokko tokko azaaba qoonqootin garaa of guddise shamizii xiqqaa uffatee deema adeeroo of laalte beekta? fiigi yoo sin jedhan garaa hagama akka fiigdu of madaalte?
Ayyoo aishaan akkana jatte Rassuulli Rabbii saw guyyaatti takkumaa nyaatani hin quufne jatte
Quufani nyaatun beekumsa nama dhoorga
Ijaa qalbii cufeeti aqliin nama jala dadhabdi
Namicha warra baadiyaa tokkootu magaala dhufe namichi badiyaa kun dhiira borcii guddatu argee hin beeku akkuma magaala dhufeen warra dhiira garaa guddatu arginaana akkana jadhe
Warri magaala kun wanti bayyateef dhiraatu dubarttoota walin dhaalutti jiraaf akkanatti baayyatanii jadhe
Umar ibnu kaxxaab Rabbiin irraa haa jaalatu
Guyyaa tokko Innis akkuma gadi baheen namicha garaa guddatu tokkotti dhufe umariis akkana jadheen
Maali kuni jadheen namichhiis barkaa rabbiiti jadheen umar dallane kuni barakaa miti azaaba qonqooti jadheen ππππ eee garaa guddatuun dhiiraf bareedina miti akkasuma ammaas
Guyyaa tokko dhukkubsatonnii osoo yaalamuuf dabaree eeggataa jiranii tokko gabbataan borciin isaa waan ajaa'ibaa fakkaattu dhufe!
Hoggaa kana dhukkubsattoonni wal garsiisanii kun fayyaa qabaa maal asii godha waliin jedhan!
Ummanni keenyaa yoosaaniiti namni borcii qabu fayyaqabeessa qal'aan dhukkubsataatti beeka!
Garuu dubbiin fuggisoodha!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Awassa
912906