Bûlloo kîyyâ

Bûlloo kîyyâ

Share

Free All Polotical

01/03/2022

Misaila Oromo Bagaa Dhalatee

17/01/2022

Qorichaa dawoo qabanaa

19/12/2021

Bakka/iddoo ta’umsa isaa sarara “imaginary” ta’e ‘PECTINATE’ jedhamu irratti hundaa’un
1.Kintaarootii keessoo
2.Kintaarootii alaa
3.Kintaarootii makaa; lachuu
Wantoota dhibee kanaaf nu Saaxilan
Furdinna garmalee ta’e
Infeekshiini taa’umsa keenyaa deddeebi’ee nu qabe
Bishaan gahaa dhuguu dhiisuu
Nyaata kuduraa fi muduraa garaagaraa nyaachu dhiisuu
Gogiinsa garaa ykn baasaa yeroo dheeraadhaaf nurra ture. (Chronic Constipation or Diarrhea)
Qufaa yeroo dheeraadhaaf nama irra ture
Mana fincaanii bobbaa taa’uf deemne yeroo dheeraa turuu (Mobayilan janjamuu)fi baay’isaanii ittanuu.
Wantoota garaa keenya bokoksaan/dhiteessan kanneen akka dhukkuba tiruu, Ulfa , Kanseerii tokko tokko
Dhukkuba Sukkaaraa qabaachuu
Alkoolii baay’isaanii dhuguu
Bobba’aam yoo nutti dhufe sa’aa dheeraadhaaf qabannee turuu
Walqunnamtii saalaa qaama taa’umsatiin gochuu
Umrii; yeroo baayyee namoota umriin isaanii 18 fi isaa ol ta’an
Saala:- saala lachuu irratti qixxeedha

MALLATTOOLEE KINTAAROOTII ALAA

Dhiigni diimaa “fresh” ta’e yeroo mana fincaanii deemnee bobbaa baanu, bobbaa, waraqaa ykn sooftii ittiin qulquulleeffanne irratti arguu.
Dhukkubbiin teessuma/hudduu keenyatti nutti dhagahamuu, Keessattuu yeroo bobbaa baanu ykn teenyu.
Naannoon teessuma/hudduu nama hooksisuu/hossisuu
Darbee darbee sagaraan/bobbaan to’anna malee ofumaa gadi ba’uu.
Dhiitaan qaama taa’umsa irratti muldhachu
Yeroo tokko tokko dhiitaan micciiramee ykn guduunfaamee akkasumas dhiigni itittuun Ujummoo dhiigaa naannoo san jiru cufuun dhukkubbiin baayyee hamaa ta’e tasa nutti dhagahamuu danda’a
Dhiigni dhiigu kan yeroo dheeraa nurra ture yoo ta’e hir’inna dhiigaattif waan nu saaxiluu danda’uuf mallattooleen hir’inna dhiigaa muldhachuu danda’a

Yeroo baayyee yoo akka tasaa micciiramee malee dhukkubbii hin qabu.
Qaama teessumaatiin dhiiguu
Dhiitaan qaama teessuma irratti muldhachuu ykn miirri akkasii nutti beeksisuu kun immoo akkuma dura jenne sadarkaa irratti hundaa’a.

Yaala isaa

Yaalli isaa gosoota fi sadarkaa dhibee kana irratti hundaa’a
Innis yoo dhibee Kintaarootti keessoo sadarkaa 1ffa fi 2 ffa ta’e wantoota armaan gadii mana keenyatti gochuu ni dandeenya
Bishaan hoo’isuun ashaboo fal’aana 2/3 itti naquun ega bulbulaame booda hanga daqiiqaa 20 qaama teessumaatiin guyyaatti yoo xiqqaate al 2( ganamaa fi galgaala) keessa taa’uu
Cuunfaa loomii ykn qullubbi adii itti dibuu
Yoo kan argattan ta’e guyyaatti yoo xiqqaate al sadii
Cabbii iddoo taa’umsaatti qabuu

Akkamitti ofirraa ittisna?

Bishaan gahaa dhuguu
Sochii qaamaa gochuu
Bobbaa dabarsuu dhiisuu
Kuduraa fi muduraa garaagaraa nyaachuu kannen akka raafuu, dinnicha, talbaa, garbuu, baaqelaa, atara, ocholonii, burtukaana, loomii, avokaadoo fi muuzii fa’a
Mana fincaanii yoo deemne bishaaniin fayyadamuu /qulqulleeffachuu/.

18/12/2021

Bulloo Kiyya

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Awassa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Parallel
Awassa
85NAS