Subii Tiya

Subii Tiya

Share

𝐍𝐞𝐰 𝐀𝐜𝐜𝐨𝐮𝐧𝐭 𝐎𝐟𝐟𝐢𝐜𝐚𝐢𝐥
♡︎𝙵𝚘𝚕𝚕𝚘𝚠 𝙼𝚎❦︎

01/11/2024

Yaa Rabbi! Addunyaa fi Aakhirattuu Nu Sattari, Nu Milkeessi.

Photos from Seledin Mehamed Hasen's post 04/11/2023
25/09/2023

Irraa Caalan Nama ,Nama Umuriin Isaa Dheerate Hojiin Isaa Tolee Jedhan Rasuul {ﷺ}❤♥️😍اللهم صّلِ وسَلّمْ عَلۓِ نَبِيْنَا مُحَمد ﷺ❤

01/01/2023

Qubee walitti fideen
Jecha godhee qindeessee
Jajeen seenaakee himaa
Walaloo sii barreessee

≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈
Haalli uumamakeetii
Nama kamirraa addaa
Garaankee hamaan kuusuu
Sammuu qulqulluun yaaddaa

***---*****----****
Gaarummaan manakeetii
Jibbituu waanta hamaa
Natti taatee argamtee
Ergamaa bifa namaa.

=============
Sirna Duudhaa ganamaa
Mucaa safuu eeggattu
Dubbiinshee qola qabaa
Argiteef hin dubbattuu

===========
Akka Nadhii mi'awwaa
Dubbiin afaanshee keessaa
Dhaloonnishee Shawwaadhaa
Sanyii Hacaaluu Hundeessaa

♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Dhaloota har'aa keessaa
Umuriinis kan darbu
Eenyumtuu Addunyaarraa
Kan siin qixxattu hin arguu

29/12/2022

Bareedduuu Koo kuula Koo
Yaa ishee gaarii tarreessituu
Dhungadhu Mee fuula Koo
Hidhii aarii qabbaneessituu
🌷
Bara baayyee siif jooree
Guutummaa kee dhuunfachuuf
Siif foon maddii na qooree
Hidhii kan kee dhungachuuf
🌷
Furtuu Jirenyaa follow me

27/12/2022

Mallattoowwan Dubartiin Dhiira Jaalatte Agarsiiftu
💥💥💥💥💥💥💥💥💥 💥💥💥💥💥💥💥💥💥
K-3ffaa👇
➐ Siif kolfaa oolti : Qoosuma nama hin kofalchiifne tokko yoo itti himte kolfa hin dandeessu. Qoosaa miti haasawaa kee qoftiyyuu ishii gammachiisa.

➑ Dabbasaa gorogorti: Dabbasaa ishii sisirreessuu yookin qaqqabachuun ija kee keessa seenufi. Akka ishii ilaaltu barbaaduu ishiiti. Dabbasaa qilleensatti gadi lakkistee faffacaasaa yoo ofirraa garagaltee si ilaalte akka atiishii ilaaltuuf dhama'aa jiraachuu ishii agarsiisa.

➒ Quba walii gadi oofti : Fiixee meeshawwanii irra quba naannessiti. Meeshawwan kan akka birciqqoo suuta harka irra oofaa ija keessa yoo kan si ilaaltu taatee humnaa ol akka si kajeelte agarsiisa.

❿ Hidhii sitti nyaatti : Yeroo si faana haasoftu ammuma amma kan hidhii ishii arraabdu yoo taate waa jiraachuu agarsiisa. Hidhii ishii faa kan ciniintu taanan humnaa ol si kajeeluu ishii agarsiisa.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Dire Dawa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Dire Dawa