Hundaaf Toli

Hundaaf Toli

Share

Life is Hard But Not Impossible

20/10/2022

Maashaa Allah

04/10/2022
04/10/2022

Garaa Nama Balleeyssu

Rabbiin jannata haa kennuuf

28/09/2022

Yaa Allah

Photos from Hundaaf Toli's post 15/09/2022

Waraanni meeshaa du'aa, beela, qe'ee irraa buqqa'uu fi gaaga'ama malee meeshaa misoomaa miti!" Dhaadannoo dubartootaa har'a Finfinnee keessatti!

Dubartoonni har'a magaalaa Finfinneetti hiriira bahuun waraana kana mormuun fedhii nageenyaa qaban ibsataniiru.

Hiriira dhaabbileen hawaasa siivikii, waldaalee lammummaa fi networkii Timraan, Sihaan fi Newwaan qopheesse irratti dhaadannoowwan 'Waraanni furmaata miti' fi 'Namummaan dubartootaa dirree waraanaa miti' jedhu mul'ateera! Kun waan gaarii dha, kun sagalee harka caaluu fi fedhii! Haa dhaga'amu!🔊

Photos from Hundaaf Toli's post 12/09/2022

Shurrubbee ko Ahii lafee laaga Danqarte nu goote

12/09/2022

Taajuu Shurubee ko Yaa Nama koo An Hawwin koo maati jaalala Taatanii Akka Waliin Arrii filattaniin Hawwa Ture

Haasidaa fi histiin Sheeyxaana fi Namaa isin galaafatte

10/09/2022

Baga Bar Haaraa geessan

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Dire Dawa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Ethiopia �
Dire Dawa