Gada post1
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gada post1, Health/Beauty, Dire Dawa.
Koonyaa Gujii Ona Waadaraatti Ummaata maqaa WBOtin yaakkanii qaban keessaa Shamarran lakk hanga 30 Ta'aan dhooksaan dirqama basaasummaa akka hojjetaniif leenjisaa jirti.
Shamarran Magaala irraa waa isiniif fidduu keessattuu nama haaraa gara sochii waraanatti deddebi'u fi qubsuma moonaa waraanni yeroo yeroon qubatu keessa deddeebi'an hordoffi feesisuu godhaa yeroo yerootti dhimma xiyyeeffannoo barbaadudha.
Dirqamni itti kenname:-
1. Waan isaan fedhan guutaniifii harka kennachiisuu siyaasaa dulloomaa yeroon itti darbedha.
2. Yoo si ergatan ergamuufiin Waraana fuutee deemuun dhunfachiisuuf hojjechuu.
3. Qabxii Sadaffaa immoo hin ibsine yoo deemuu feetan nutti himtaanii deemtu, waan qabattanii ademtantu jira jechuun hubannoo kennaniiruufi.
👉 Tarii meeshaalee GPS Qubsumaa san saaxilan ta'uu mala.
👉 Tarii yoo nyaata fi kkf ta'ee summeessuu ykn immoo nannoo kanatti Falfala ykn Xinqolaa waraana miidhuuf yaaluu danda'uus tahuu mala.
Kallattii waadaaraa, Hurrisooo, Andooyaa Haroo fi Eebbaa Hiddaa akkasuma Darba Hidha Diimaa irraatti xiyyeefatanii nutti himan jedha maddii Eeruu kana kenne...!
Basaasaan miti Rasasaan ni dadhabdee...!!!
Injifannoon Ummata Oromoof!!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
1000