Oromof odaa
Oromof oda oromof oda
19/11/2023
Gootaa fi hayyuu oro kana
Waggaa 1k itti xiqqaata dhugaa rabbii!
Jiraadhu bara baraan eebba keessaan itti roobsaa mee?
19/11/2023
Salluu Alaa rassuulillaah
Sallallaahu aleeyhi wassallam
06/08/2023
06/08/2023
Today's Best Photo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
•


06/08/2023
Today's Best Photo
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
•

06/08/2023
“ Kuni gaara nu jaalatu,kan nulleen jaalannu sani “
Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم
- Gaara Uhud jedhama. Nabi Muhammad yeroo hedduu bakka kana dhufaa turan. Gaarri kun urgaa foolii Asheeta uumama ilaahii Nabi Muhammadiin urgaa’eera. Cinaa kiyya kanaan Qabrii gootota Sahaabotaa 70 of keessa qabdutu jira. Jara Keessaa Leenca RABBII Hamzaa akka tahe ni beektu.
- Ergamaan RABBII صلى الله عليه وسلم gaafa addunyarraa godaanuuf duuti itti mul’atte,gaangee isaanii fe’atanii as dhufanii qabrii sahaabota 70 nagaya itti dhaammatanii “ Nagaafi araarama RABBIITIIN turaa “ jedhanii achi booda baatii 2tti duniyarraa galan.
Jaalala isaaniitiif gaarri kun isaan gubbarra ol baanaan hollatee socho’e. Booda isaantu miilaan gadi dhiitaa “ Tasgabbaa’i Yaa Uhud !” Jedhaniin.
إن كان أحببت بعد الله مثلك في
بدو وحضر وفي عُربٍ وفي عجمِ
فلا اشتفى ناظري من منظر حسنٍ
ولا تفوَّه بالقول السديد فمي
صلوات ربي وسلامه عليه
06/08/2023
ورد الأحد
06/08/2023
KBeautiful Actres # jamilanagudu with and also known as in movie📽📺👈
27/07/2023
Nabi Mohammed Iraatii Salawata busii Salluu Aleyhi
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Dire Dawa
DIRE