DIRE DAWAA

DIRE DAWAA

Share

Eenyummaan kee tikfadhu, eenyummaan ofii qaalii���

21/05/2026
17/05/2026

🅂🄰🄻🄻🅄🅄 🄰🄻🄰🄽 🄽🄰🄱🄸🄸♥➳♥♥︎╣[-_-]╠♥︎★~(◠‿◕✿)(●'◡' ●) No ♥︎★~(◡﹏◕✿)( ・_・)♡♥︎‿♥︎♥︎‿♥︎{♥︎‿♥︎}(๑•ᴗ•๑)♡♡^▽^♡♡^▽^♡★~(◡﹏◕✿)(●'◡' ●) No ♥︎

https://www.facebook.com/share/1CiqKoaEne/

15/05/2026

🌿🐪seenaa Nabiyyii Rabbii Ayyuub (A.S) – fakkeenya guddaa obsa fi Rabbiitti hirkannaa

🌿🐪Ayyuub (A.S) nabiyyoota Rabbii keessaa isa obsa guddaadhaan beekamu keessaa tokko.

🌿🐪Inni rakkoo isa mudate irratti komii hin dhiheessine, osoo qaamni isaa, qabeenyi isaa fi maatiin isaa rakkina guddaan gaheyyuu, obsa isaa irraa hin dadhabne. Rabbiin akkana jedhe:

🌿🐪“Dhugumatti Nuti isa obsa qabu ta’ee argine; garbicha gaarii dha, inni yeroo hunda gara Rabbii isaa deebi’a.”

🌿🐪Kun seenaa isaa akka Qur’aanaa, hadiisa Nabiyyii (S.A.W) fi kitaabota tafsiiraa keessatti ibsametti: Sanyii isaa fi qabeenya isaa

🌿🐪Ayyuub (A.S) sanyii Nabiyyii Ibraahiim (A.S) irraa dha. Inni Ayyuub ilma Moos bin Zaarah bin Al-Eeys bin Is-haaq bin Ibraahiim Al-Khaliil jedhama. Inni nabiyyoota Rabbii keessaa isa wahyiin itti buufame ture. Akkasumas nama qabeenya baay’ee qabu ture:

🌿🐪horii, qotiyyoo, garboota, lafa bal’aa fi qabeenya adda addaa qaba ture, naannoo “Hawraan” keessatti. Maatii guddaa fi ijoollee hedduu qaba ture. Akkasumas haadha manaa gaarii, amanamtuu fi isaaf amanamte qaba ture.

🌿🐪Haasa’a Ibliisii fi jalqaba qormaataa Ulamaa’oonni hedduun akka jedhanitti, yeroo Ibliis Ayyuub (A.S) dogoggorsuu irraa abdii kutate, Rabbiin akkana jedheen: “Yaa Rabbii, Ayyuub si hin gabbarre qabeenya fi ijoollee isaaf kenniteef malee.”

🌾✨Kana irratti Rabbiin qormaataaf isaaf hayyame. Ibliis qabeenya isaa fi ijoollee isaa balleesse. Garuu Ayyuub (A.S) Rabbii galateeffachuu irraa hin dhaabne.

🌾✨Erga sana booda, Rabbiin qaama isaa irrattis qormaata hayyame. Ayyuub dhukkuba cimaadhaan qabame; qaamni isaa hundi madaa’aan guutame. Garuu nuti ni amanna—kun hundi hayyama Rabbiitiin, qormaataaf malee, humna Ibliisiitiin qofa miti.

🌾✨Haa ta’u malee, rakkinni kun iimaana isaa dabale malee hin hir’ifne.
Obsa isaa fi tumsa haadha manaa isaa

🌿🐪Yeroo qaamni isaa guutumaan guututti madaa’e, namni isaaf hin naanne, dhiheenyaa fi fagoon hundi irraa fagaatan. Garuu haati manaa isaa qofatu isa bira dh

10/05/2026

09/05/2026

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Muhammed ﷺ Jaallattan Salawaata Irratti Buusaa Salallahu Aleyhii wassallam ❣️

https://www.facebook.com/share/18uCJReEgZ/

Mahmoud Siraj

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Dire Dawa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Dire Dawa