Muslim Pages

Muslim Pages

Share

OBSAAN AANNAN GOROMSAA DHUGA!!

08/03/2026

's Assembly of Experts has named to replace his father, Ayatollah Ali , as the country's new supreme leader, state media reported on Sunday

05/03/2026

Guyyaa 5ffaaf cufameera.

Quba qabduu Qiblaa teessan tan jalqabaa? Amaanaa Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) hin daganne mitii ?! Isin Ummata Amaanaati!

“ barri tokko ilma namaa kanarra dhufuuf deema,bara namni hanguma qaawwa halangee isaatiin Masjida Al-A**qsa arguun addunyaa tana isaaf caalu “
Jedhan Sayyidni Keessan Nabi Muhammad
عليه الصلاة والسلام

Is**il guutumatti cuftee jirti. Siyaasaa fi waraa**nni amma giddu gala bahaa raasaa jiru isarraa madde,dhuma zamanaattis isarratti raawwata!

03/03/2026

Dubbii Ajaa'ibaa
Dubartii Muslimaa yeroo jalqabaatiif Hijaaba uffattee Ethiopiatti 🇪🇹 Xayyaaraa ✈️ balaliiste.

Dubartii Oromoo kan Islaamaa yeroo jalqabaaf hijaaba uffattee Itoophiyaa keessatti Xiyyaara balaliisteedha. Maqaan ishee jadhamti.
Yeroo Shamarran baayyeen rakkoo xixiqqoof barnoota adda kutanitti ishee fakkeenya dubartoota Oromoofi Itoophiyaaf fakkeenya ta'uuf jabaattee barnoota ishee xumurte balaliistuu Xiyyaara taate fakkeenya gaarii dhalootaaf taate. Dhaloonni lafaa dhufaa jiru jabduu akkana fakkeenya godhachuu qaba.
...fakkeenya dubartoota biyyaa qofa osoontahin tan addunyaati...🙌👏

03/03/2026

Piresidaantiin Kaabaa Kim Jong-un dhimma Jiddu-Gala Bahaa irratti yaada kenneen.

Addunyaa tanaaf Diinni guddaa fi farri nageenyaa Amerikaadha.

Isiin hanga jirtu addunyaan nagaya hin argattu jechuun 'Kim Jongun' USA tti dhaadate jira.

UK, Frence, fi Jarman waraana kana keessa yoo galan nutis ummata Iraan ittisuuf qophiidha Xummurree jirra jechuun dhaadateera.

Pirezidaantii Kaabaa Kim Jong-un Dhaadateera.

03/03/2026

Breaking News!!

United States of America fi United Kingdom gidduutti wal dhabdeen uumamee jira
UK Ab Trump akka buufata doonii fi Dirree xiyyaara UK fayyadamanii Iraan hin haleelle ugguraniiru jiru.
Kana jachuun dipiloomaasiin Ab Trump Awurooppaa keessatti bishaan dhugaa jira fakkaata United Kingdom biyya biyyoota baay'ee US waliin haleeluun beekkamtuudha.
Amma garuu daandiin US na baasu jachuun harka jalaa fudhattee jirti.

03/03/2026

People of the World! Do You Stand With IRAN?

03/03/2026

🇮🇷🚀Iraan “Meeshaa Waraanaa dhoksaa” Addunyaa FI Ameerikaanis Argitee Hin Beekne fayyadamuufJette
============
Waraana Giddu Galeessa Bahaa keessatti deemaa jiru keessatti ajajaan olaanaa Warraaqsa Warraaqsa Iraan (IRGC) Jeneraal Ebrahim Jabari ibsa haaraa nama rifachiisu Ameerikaa fi Israa’eliif kenne.

Jeneraalichi akka jedhanitti Iraan hanga ammaatti kuufama misaa’ela ishee durii qofa fayyadamtee jirti, garuu “meeshaa waraanaa dhoksaa fi ammayyaa” addunyaan kanaan dura argitee hin beekne fayyadamuuf doorsisaniiru.

''Hanga ammaatti wanti dhukaafame sibiilota citaa dha,'' jedhan.

Jeneraal Jabari ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kennaniin, US “Operation Epic Fury” hoggansa olaanaa Iraan irratti xiyyeeffate kuffisaniiru. “Diinonni keenya haleellaa isaaniitti gammaduu danda’u, garuu wanti hanga ammaatti deebii kennuudhaaf itti fayyadamne misaa’ela dulloomaa, yeroon isaa darbee fi ‘scrap metal’ jennee fudhannudha,” jedhan.

Meeshaa waraanaa Iraan gara fuulduraatti itti fayyadamtu ilaalchisee bal'inaan yoo hin ibsine, jeneraalichi akeekkachiisa cimaa kennaniiru:

''Waraanni dhugaa hanga ammaatti hin jalqabne.Iraan teknooloojii ammayyaa raadaraan hin mul'annee fi galma addunyaa kamiyyuu rukutuu danda'u hojjettee jirti, qophiidhas.Ameerikaa fi Israa'el balaa tilmaamuun hin danda'amne ni mudata,'' jedhan.
Balaan kun kan dhufe erga mariin niwukilaraa Galoo Galaana Omaan keessatti gaggeeffamaa ture sirnaan kufee booda.

Waashingitan Iraan irratti “tarkaanfii dhumaa” fudhachuuf murteessuu ishee yeroo labsite, Tehran deebii kennuudhaan Strait of Hormuz cufuu fi buufata waraanaa Ameerikaa biyyoota ja’a keessatti haleeluun ishee ni yaadatama.

Xiinxaltoonni waraanaa akka jedhanitti, dubbiin Jeneraal Jabari kun Iraan misaa'ela ''haaypersonooniik'' ykn diroonii haaraa saatalaayitiin qajeelfamu fayyadamuuf qophaa'aa akka jirtu agarsiisuu mala jedhame.

09/10/2025

Aleehi salàatu wassalam

26/09/2025

As wr wb
Aboo rabbiin kheeyrii guyyaan Jummaa qabu nu haa argachiisu wly Obboleeyyan kiyya qaalii

19/06/2025

➡️ Hedduun namaa hin beeku waan jedhamu salaatul janaazaa Keessatti ☝️😭😭
Barumsa akkaan kana sirritti sifayaadu kana dhabadhu daqiiqa lamafi hin dabariin dubiisii 👇🤌🙏

1- :.. Suuratul faatihaa qara'uu

2- : .. assalaatul ibraahimiyyaa ( salawaata buusudha) allaahumma salli alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa salleyta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim .
Wabaarik alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa baarakta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim fil aalamina innaka hamiidun majiid

3- :... du'aa'ii kadhatuudha namticha du'eefi waan dhufe du'aa'ii irra akkana jedhii kadhadhuufi
((Allaahumma ighfir lahuu warhamhu , wa'aafih wa'afu anhu , wanaqqih minal khaxaayaa kamaa yunaqqi assowbul abyadu minaddanas , wa'abdilhu daaran keyran min daarih, wa'ahlan keyran min ahlih wazowjan keyran min zowjihii, wa'adkhilhul jannah, wa'aizhu min azaabil qabri wamin azaabinnaar ))
Hiikkaa ⬇️
Yaa rabbi isaaf araarami isaafis rahmati , badii isaatis irra dabriif, isa qulqulleessi dilii irraa akkuma uffanni adiin qulqullaahu xurii irraa , isafi jijjiiri ganda ganda isaarra keyrii (caalu) warras warra isaarra caalu , jannata isa seensisi , isa tiysi azaaba qabrii irraa fi azaaba ibiddaa irraa .

4- :
"Allaahumma laa tuharrimnaa ajrahuu walaa taftinnaa ba'adahuu "
Hiikkaa ⬇️
Yaa rabbi nu hin dhoowwatin ajrii isaa nus hin fatanin eega isaatii

Eegasii du'aa'ii kadhata nama du'ee fi muslimotta hundaaf eegasii ni xumura salaata isaa salaamtaan.
Xumura salaataa Keessatti salaamtaa takka qofa jihaa mirgaatti

Beeytaa maaliifi dirqama sirratti taha share godhuun !?
Sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama
Simalee namni biraa beekuu barbaada garuu ? hin beeku eessa akka deemu !?
Gariin namaa ni saalfata !....?
Carraaqadhu ajrii isaa

akka sibiratti dhabatu hin taasisin namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageetii obbolley

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Dire Dawa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Dire Dawa