Eliyaas Amiin Jibriil
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Eliyaas Amiin Jibriil, Health/Beauty, Eliyaas Amiin Jibriil, Dire Dawa.
30/08/2024
01/02/2024
As wr wb obaleewan muslimaa marttinu altokko arustoota lamaan kana mee naaf eeybisa obbaleeysa ko kadir amiin jibriil if dumaashi to caaltuu miyadiin aruuza gaari naaf jedhaani heddu takkaan isaan jaaladha mabruuk naaf jedhaani baarakallaahu lakumaa wabaaraka aleykuma wajama'aa beeynakumaa filkheer hora bula meeyraa dagaaga naaf jeedha .......?
29/01/2024
Akkamitti akkas te'ee ?
-------------------------------------
dhalli namaa bololaadha
garmalee qalbii dheeratee
loon dhiisee saree soorata
bineensa waaqni seeratee
daandii jallinaa baafatee
Sanirra bobba'ee galaa
waaqni haala ilaalu malee
namatti hin buusu balaa
jabaan humna ofii abdatu
humna ofiitin laafaa miidhaa
akeekkachiisaf hoongen dhufe
Gogaa te'e biyyi duraan jiidhaa
gubbaan cabbii itti roobee
jalaa bubbeedhan afuufee
kananis kan qajeeluu miti
Addunyaan jallina quufee
dachees ittiin sochoosee
gamoo meeqa walirra kuffisee
lubbuu nama miliyoonotaa
fayyaa biyyoo itti uffisee
ganna rooba irraa kutee
bona galaana itti jallisee
lubbuun meeqa harcaanaan
addunyaan argee callisee
xayyaarri dur nagaan galu
gaaraa bu'ee biyyee booratee
Waaqni dallanuun gaafasi
gaafa namni foon walii soorate
akka of arginuuf jedhee
guyyaa aduu nutti dhaamsee
Eessaan of yaadata ree
addunyaan jallinni jaamsee
gaafa Ibidda itti qabsiisee
namaf bineensonni gubatuu
akeekkachiisa nutti laate
addunyaan akka of hubatuu
Akkamitti akkas te'ee
addunyaan gooba ofii raasuu
dhufnaan nyaqqise
kami laata xurreen isa baasuu ?
======ðŸ˜======= illikko #
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Dire Dawa
14/05/2025