Garee Islaama Qurux

Garee Islaama Qurux

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Garee Islaama Qurux, Health/Beauty, Dire dhawaa, .

02/02/2026

Yaa Rabbi Galmee Warra Ramadaana Soomanuu kheessatti nugalmeessi
_____Aamiin____

27/01/2026

Alhamdulillaahi galanni keeti waa hundaafu

27/01/2026

Nabiyyicharratti
Salawaata business
Sallallaahu Aleyhi wasallam Sallallaahu Aleyhi wasallam Sallallaahu Aleyhi wasallam Sallallaahu Aleyhi wasallam Sallallaahu Aleyhi wasallam

27/01/2026

Me zikrii armaan gadii sirriitti xiinxali bu'aa guddaa irraa argatta
*******************************

Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "Namni guyyaa tokkotti marsaa dhibba 'Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lah. Lahulmulku walahul hamdu wahuwa alaa kulli shay'in qadiir' jedhe bu'aa shanan armaan gadii argata:

1. Mindaa nama gabra kudhan bilisoomsee
2. Toltuun dhibbi tokko isaaf barreeffamti.
3. Hamtuun dhibbi tokko isarraa haqamti.
4. Guyyaa isaa sana hanga dhihutti shayxaana irraa tika isaaf taati.
5. Namni kamuu guyyaa Qiyaamaa hojii isa caalu fudhatee hin dhufu nama jechattii kana isaa ol jedhe malee.
Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan.

Hiikti zikrichaa 'Dhugaan gabbaramaan Rabbii tokkicha malee hin jiru. Inni tokkicha hiriyaa hin qabne. Mootummaan kan Isaati. Faaruunis kan Isaati. Inni waan hundayyuu danda'aadha' jechuudha.

Guyyaatti osoma sunnaa biraa dadhabdee zikrii kana sirriitti yeroo dhibba tokko yoo jette qaawwa jiru siif cufa. Akka muuxannoo kiyyaatti yeroon yaaddawe, of taatiyaa'e, jireenyi narkatti bushaa'e, erga Qur'aana Rabbiitii, waan hanga zikrii kanaa na tasgabbeessu hin arganne. Yaaddoo kamuu keessa taa'ee yeroon zikrii kana marsaa dhibba sirriitti jedhe gammachuufi tasgabbii addaan argadha. "Dhaga'aa zikrii Rabbiitiin qalbiin tasgabboofti" nuun jedhe Rabbiin. Wallaahii dhugaadha. Mee dhandhamii ilaali. Mee yeroo yaaddofte ofitti gadduu, khamrii dhuguu dhiisii zikrii kana sirriitti jedhi. Iccitii ajaa'ibaafi furmaata cimaatu keessa jirra.

Keessuma ganama Salaata Subhii booda yoo sirriitti jenne guyyaa guutuu tika Rabbii keessa oolla. Bara ammaa Sihriifi waswaasni baay'ate keessa faan Zikrii ganamaafi galgalaa yoo daballee jenne tika guddaa nuuf ta'a. Yaa Rabbi nu waffaqi.

27/01/2026

ustaaz Raayya Abbaa maca
heddu jaalanna hordoftonni
islaamaa

09/01/2026

as wr wb ngya

08/01/2026

Sombi Oromiyaan ittiin hargantu Buunnoo fi Iluudha 😎

14/11/2025

Eessallee jiraannu
Biyya keemya yaadna
Nuti qoonqoof miti
Qomoo ofiif jiraanna!

14/11/2025

Bara dargaggeessi oromoo gandaaf gosa faana maraatee miidiyaa gubbaa waa 1000 balleessu Master Abinet Seenaa hojjate.
Namummaan maal akka tahe mirkaneesse.
Dhugumatti kennaan addunyaa tanaa gara laafummaa akkasii caalte hin jirtu.
Galatoomiin itti xiqqaata jecha isaa oliitu dhabame malee!

23/04/2025

Culinary Team

Attire

Website