Asanti
Follow me � my fb page please �
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Muunawir Jihaad, Kade Usman, Sufiyaa H Ribatoo, Darajjee Faqqadaa
16/05/2026
15/05/2026
💔Jaalaltii kadhaa taatu Namni ati barbaaddu yoo si barbaanne Wanti kadhatee Of Rakkistuuf Hin jiru 🤷♀️. kalas asanti
15/05/2026
30/04/2026
😭
Nama gaddisiisa. Obboleettii keenya baay’een keessan gama midiiyaa kanaan ni beektuun jedheen yaada. Kunoo har’a akka of ajjeeste dubbatamaa jira. Maaliif murtee ulfaataa kana ofirratti murteessite laata? Maaloo lubbuu qaalii qabdan kana aarii guyyaa tokkoof jettanii hin balleessinaa🥹
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Dire Dawa
FURADJEMALO