Obsi hunduu ni darbaa
Www
04/12/2022
Way lammii tiyya ana nyaatu
Asuma biyya tiyya
Anuma qaama kiyya
Akkana ta'ekaa Yaa Saba Kiyya!
Wallagga !!!
24/11/2022
Alhamdulillaahi arra geenye kunoo Galata Rabbii
Salawaata buustu malee biraa hin kutin
12/11/2022
" Gaafa inni dhibeef hospitaala seene gaafachuuf dhaqee ture. Yeroo ani ol seene akkas jedhe ;" Yaa Sheikh! Akka RABBIIN guyyaa qiyaamaa waliin nu kaasu suuraa - Yaadannoo- takka isin wajjiin ka'uun fedha " jedheeti siree irraa gadi bu'e,ummatnis " Taa'i achumatti kaataa jennaan, didee siree irraa gangalatee gadi bu'ee na wajjiin ka'e "...
Perezidaantii Majlisa Federaalaa Itiyoophiyaa
Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa
Dr Alii Birraa Nama Diin jaalatu,ulamoota kabajuufi qalbii nagayaa qabu ture.
RABBIIN badii isaa dhiiseefii Jannataan isa haa faayu.
✍ U. Ibsaa
09/10/2022
Aammmiiiin jedhi
Category
Telephone
Website
Address
Harar
83561465
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Obsi hunduu ni darbaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.