Gamta you tube

Gamta you tube

Share

tiktok.com/@bonaabdu

08/08/2026

nama galata beku

07/08/2026

Manni Barnootaa Baatee ilmaan kumaatamaan lakkaa'aman barsiisee, guddisee, eebbisee, mootummaa fi hawaasa tajaajilaniif gahee guddaa ba'ee jira.

Har'a garuu manni barnootaa keenya yeroo rakkisaa keessa jira. Kanaaf jechuun, #"Ilmaan koo hundi, bakka jirtan irraa na bira dhaabadhaa; yeroo kana na deeggaraa," # jechuun waamicha isiniif dhiyeessaa jira.

Kanaaf, barattootni Manni Barnootaa Baatee irraa eebbifaman, barattootni amma barachaa jiran, jaalatootni, deggertootni fi michoonni Manni Barnootaa Baatee hundi yeroo kana tokkummaan waan dandeenyu maraan mana barnootaa keenya bira haa dhaabbannu.

Tokkummaan keenya humna keenya; deeggarsi keenya immoo dhaloota itti aanuuf hojii guddaa ta'a.

Manni Barnootaa Baatee keenyaadha. Har'a yeroo isa bira dhaabbannee deeggarru dha.



የባቴ ትምህርት ቤት ለብዙ ዓመታት በሺዎች የሚቆጠሩ ተማሪዎችን በማስተማር፣ በማሳደግ እና በማስመረቅ ለአገራችንና ለማኅበረሰባችን ታላቅ አስተዋጽኦ አበርክቷል።

ዛሬ ግን ትምህርት ቤታችን በፈታኝ ሁኔታ ውስጥ ይገኛል። በመሆኑም፣ **"ልጆቼ ሁሉ፣ የትም ብትሆኑ ከትምህርት ቤታችሁ ጎን ቁሙ፤ በዚህ ወሳኝ ወቅት ድጋፋችሁን አሳዩ"** የሚል ጥሪ ለሁላችሁም ቀርቧል።

ስለዚህ የባቴ ትምህርት ቤት ምሩቃን፣ በአሁኑ ጊዜ የሚማሩ ተማሪዎች፣ ወዳጆች፣ ደጋፊዎች፣ የቀድሞ መምህራን፣ የአሁኑ መምህራን እና የትምህርት ቤቱ ሁሉም አጋሮች የምንችለውን ሁሉ በማድረግ ከትምህርት ቤታችን ጎን እንቁም።

አንድነታችን ኃይላችን ነው፤ ድጋፋችንም የባቴ ትምህርት ቤት የወደፊት ጉዞን የሚያጠናክር ይሆናል።

ባቴ ትምህርት ቤት የሁላችንም ነው። ዛሬ ከጎኑ የምንቆምበት፣ የምንደግፈው እና የምናጠናክረው ጊዜ ነው!

07/08/2026

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamta you tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Harar.