Ifaa Diin
“Beekkumsi Guddaan Rabbii si uumee fi Waan si uumeef beekuudha!”
21/12/2023
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu!
Obboleeyyan Akhiraa Galgalli keessan haa bareedu!!
Biftu Oromia
03/12/2023
Abuu Hureyraan (RA) akka jedhetti Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhan: "Wallaahii Guyyaa Qiyaamaa haqa hunda abbaa isaatti deebisuuf jirtu. Hanga re'een gaafa qabdu irraa re'ee baajiif (tan gaafa hin qabnee)kafalamu tokko." Muslimtu gabaase.
21/06/2023
Qara’i yeroon yeroo ibaadaan haalaan Rabbi biratti jaalatamtu.
Kheeyrii Kurnan Kun Qabu Hunda Rabbi Walitti Isiniif Haa Qabu
RABBIIN hulaa rizqii halaal tan cufamiinsa hin qabne siif haa banu
21/06/2023
Ji’a Milkii Kana Keessa Rabbi Isin Haa Milkeessu
21/06/2023
Ana yaadadhaa; Anis isiniin yaadadhaa!
Galatas naaf galchaa; Nattis hin kafarinaa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
ADDISABABA