Engineer Eyob Tadesse Official
The distance between dreams and reality is called action.
فاصله ى بين رويا و واقعيت ، اسمش اقدام هست
17/05/2023
Far. 68
¹⁹ Gooftichi inni guyyuma guyyaatti ba'aa keenya nuuf baatu, Waaqayyo inni nu oolchu, maqaan isaa haa eebbifamu!
²⁰ Waaqayyo keenya Waaqayyo isa fayyisuu dha, Waaqayyo gooftaan du'a jalaa baasuufis karaa qaba.
መዝሙር 68 (አዲሱ መ.ት)
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁹ ሸክማችንን በየዕለቱ የሚሸከምልን፣ አዳኝ አምላካችን፣ ጌታ ይባረክ። ሴላ
²⁰ አምላካችን የሚያድን አምላክ ነው፤ ከሞት ማምለጥ የሚቻለውም በጌታ በእግዚአብሔር ነው።
Messi went to Saudi Arabia to see and meet his Idol Christiano Ronaldo💪
01/05/2023
Utuu Barsiisa dubbii Waaqayyoo ta’ee namni 30 kan hin hordofne akka itti namni of ajjeesu ilaaluuf 3k ta’ee irra taa’a.
Dhala namaa kana Waaqayyo hammam danda’e? Qalbiitti nu haa deebisu!
haadhookoo!
01/05/2023
Gootakoo❤💪💪
ጀግናዬ❤💪💪
30/04/2023
ERLING ✨⚡️🔥
50 GOALS IN ALL COMPS🤯
34 IN THE PREMIER LEAGUE.
30/04/2023
Kennaakee Barbaadi!
Dhalli namaa kamiyyuu ogummaa dhokataa fi kennaa garaagaraatiin dhaangi'amee gara dachee kanaatti afeeramee dhufe. Dirqamni hireen kenniteen baayyeen namootaa carraa irratti utuu himata banuu, himata galmeensaa hincufamneen hawwii fi fedhiisaa qofaan hidhii sochoosaa jiraata. Kanaaf abju hanga har'aatti hin abjoonneen, hanga har'atti qooda kee adda hinbaafatin jirta taanaan of barbaaduutti deebi'i, kennaankee suma keessa jira. Kennaa dhokatee awwaalamee abbuumaatiin kan isa barbaadu dhabee jiru barbaaddee baasuunkee siin olitti dhaloota si booda jiraniif hoji kennaa ofii barbaaduu uumtaaf! Kennaakee argattee mul'atakee waliin walquunnamsiisuuf haalota danqaa taa'anii gaara sitti fakkaatan qalbii fi ogummaadhaan hurriitti akka inni jijjiiramuuf tooftaa dhahi!
Yeyis Birruu
30/04/2023
ህይወት ብዙ ነገር ታስተምረናለች መቻልን ወድቆ መነሳትን አልቅሶ መሳቅን አግኝቶ ማጣትን ወዶ መለየትን ሁሉም ከባድ ነገር ሲጀመር የሚያቅተን የማንችለው የማይረሳ መስሎን ነበር ግን ቀስ በቀስ የተቀደደው ገፅ በአዲስ ገፆች እየተተካ ያዘንበትና ልባችንን የሰበረው ታሪክ በእርሳስ እንደተፃፈና በላጲስ እንደሚጠፋ ፅሁፍ ሙልጭ ብሎ ሲተን እናስተውላለን አንድ ቀን ላይም የማንንም እጅ ሳንይዝ ደስተኛ እንሆናለን
Share
Wanta ati itti amantee, qajeelfama jireenya keetii gootee ittiin jiraachaa jirtu, namoonni yoona gowwummaatti lakkaa'u.
Qajeelfamichi si baasa taanan, gowwummaatti miti jaanjummaattiyyuu haa lakka'aan.Waan qajeelfamni kee godhi siin jedhu gochuuf, madaala namoonni siif kennan sana hin ilaalin, callisiituma godhi!
Click here to claim your Sponsored Listing.