BOGBO 2100

BOGBO 2100

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from BOGBO 2100, Jimma Setema Gatira, Jimma.

30/04/2026

President Museveni addresses Ugandans ,😅😅

10/03/2026

Wantaan biyyaa koof buuse yeroon waan biyyii koo naaf taateen walbira qabu baayee xiqqaa dha
kanaafuu bu'aan haadhaa fi Biyyaaf bufamuu waan itti quufamu mit .
Country first !!!

17/02/2026

Qarafaa (Cinnamon).
************************************
Gaaffiin namoota hedduu qarafaan maalii kan jedhu yommuu ta'u, gaaffii kanaaf gabaabumatti deebii nan kenna. akkasumas faayidaa isaa isiniif nan qooda.

Qarafaa'n yeroo hedduu mi'eessitu shaayeedhaaf kan itti fayyadamnu yommuu ta'u, afaan ingiliffaadhaan Cinnamon jedhama. Qarafaan qola mukaa waan akka fakkaatuu ta'ee, daakamuunis, daakuun isaa faayidaa hedduudhaaf oola. Akkasuma urgeessituu nyaatati.

Faayidaa Qarafaa Muraasa:
1. iita qaama namaa irratti argamu dhoksuuf,
2. Dhukkuba hadhooftuuf,
3. Dhukkuba xiichaaf,
4. Dhukkuba cophxoof,
5. Dhukkubbii yeerii xurii laguu dubartootaaf,
6. Dhukkubbii afuuffee fincaaniif,
7. Dhukkuba ijaatiif/ittiin kuulatu.
8. Dhukkuba busaaf,
9. Dhukkuba sukkaaraa too'achuuf
10. Dhukkuba garaachaaf
11. Quuqaa cinaachaaf
12. iita harmaatiif
13. Qufaaf, dhukkuba sombaaf
14. Qarafaa suunfachuu qofaan dandeettii waa yaadachuu keenyaa nii dabala.
15. Farra fangasiiti.
16. Furdina ni hir'isa.
17. Dhibee mataa bowwuutiif,
18. Hamma koolisteroolii qaama keenya keessaa xiqqeessa.
19. Fayyummaa fi qulqullina ilkaaniitiif,
20. Goginsa garaatii fi wantotaa hedduudhaaf ni oola.
Soorata soorattan, Dammaa Fi Shaayee wajjiin soorachuu dandeessu.

Hub: Guyyaatti Fallaana shayee 1 hamma 2 ol akka hin fayyadamne. Sanan ol yoo ta'e dhiibbaa geessisu qaba. Sanan ol fayyadamuus hin dandeessan.
👇👇
https://t.me/drhoneliat12em
https://t.me/drhoneliat12em

17/02/2026

Bravo China ; welcome bravely

አፍሪካ ወዳጅ ወጣላት

📌ቻይና ለአፍሪካ ሀገራት የንግድ በሯን ወለል አድርጋ ከፈተች

| የዓለማችን የንግድ ግዙፍ የሆነችው ቻይና፣ ለ53 የአፍሪካ ሀገራት የምታደርገውን የንግድ ቀረጥ (Tariff) ሙሉ በሙሉ እንደምታነሳ አስታወቀች። ይህ ታሪካዊ የተባለ ውሳኔ ከሚያዝያ 2026 ጀምሮ በይፋ ተግባራዊ መሆን ይጀምራል።

የውሳኔው ፋይዳና ዝርዝር መረጃዎች፦
* ቀረጥ አልባ ንግድ፦ የአፍሪካ ሀገራት ምርቶቻቸውን ያለ ምንም የቀረጥ ክፍያ ወደ ቻይና ገበያ ማስገባት የሚችሉበትን ዕድል ይፈጥራል።

* የጋራ ትብብር፦ ቻይና ይህን እርምጃ ተከትሎ ከሀገራቱ ጋር አዲስና ጠንካራ የጋራ የንግድ ትብብር ስምምነት ለመፈጸም ዝግጅቷን አጠናቅቃለች።

* ኢኮኖሚያዊ ተፅዕኖ፦ ውሳኔው የአፍሪካን የወጪ ንግድ አቅም ከማሳደጉም በላይ፣ በቻይና እና በአፍሪካ መካከል ያለውን የንግድ ሚዛን ለማስተካከል ትልቅ እገዛ ይኖረዋል ተብሎ ይጠበቃል።

ይህ የቤጂንግ ውሳኔ አፍሪካውያን አምራቾች ግዙፉን የቻይና ገበያ እንዲቀላቀሉ አዲስ ምዕራፍ የሚከፍት መሆኑ ተገልጿል።

Getu Temesgen - (ጌጡ ተመስገን)

#ጌጡ
#ቻይና #አፍሪካ #ንግድ #ኢኮኖሚ

17/02/2026

ኢትዮጵያ ወደ ቱርክዬ የምትልካቸው ዋና ዋና ምርቶች
+++++++++++++

#ኢትዮጵያ #ቱርክዬ #ንግድ #ኤክስፖርት #ቡና #ወርቅ #አበባ

17/02/2026

Mashallah ,
Welcome to us !!!

‎ክቡር የቱርክዬ ሪፐብሊክ ፕሬዝዳንት ረጀብ ጠይፕ ኤርዶዋን ወደ ምድረ ቀደምቷ ሀገር ኢትዮጵያ እንኳን በደህና መጡ ለማለት እወዳለሁ። ይፋዊ የስራ የጉብኝት ልውውጣችን በቱርክዬ እና በኢትዮጵያ መካከል ያለውን ጥልቅ የአጋርነት ጥንካሬ የሚያንጸባርቅ ነው።

‎ከአንካራ እስከ አዲስ አበባ፤ በሁለቱ ጥንታዊ ሀገራት መካከል ያለውን ትብብር ይበልጥ የሚያጠናክሩ እና ዘላቂ ትስስርን የሚያረጋግጡ ውጤታማ ውይይቶች እንዲኖሩን እመኛለሁ።

Kabajamoo Pirezdaantii Turkiyyee, Recep Tayyip Erdoğan, baga nagaan gara biyya duree, Itoophiyaa dhuftani jechuun barbaada. Daawwannaa hojii waljijjiiruun keenya cimina michummaa gadifagoo Turkiyyee fi Itoophiyaa gidduu jiru kan mul'isudha.
Ankaaraadhaa hamma Finfinneetti, marii bu'a-qabeessa walta'insa biyyoota keeyna dursitoota lamaan gidduu jiru caalaatti jabeessuufi hidhata waaraa mirkaneessu akka qabaannun hawwa.


‎It is my greatest pleasure to warmly welcome H.E. President Recep Tayyip Erdoğan of the Republic of Türkiye to the Land of Origins on his official visit. Our exchange of visits reflects the strength of the deep partnership between Türkiye and Ethiopia.

‎From Ankara to Addis Ababa, I look forward to productive discussions that will further deepen cooperation and strengthen the enduring bonds between our two ancient nations.

17/02/2026

If I am able to duplicate some things particularly ,
I multiply peace, charity & pardons.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Jimma Setema Gatira
Jimma
JKB 2018