Hospitaala Giraandi Vaalii
"Hospitaala Giraandi Vaalii keessatti tajaajila fayyaa qulqullina qabu, saffisaa fi amanamaa kennina.
Qorannoo, waldhaansaa fi qoricha ogeeyyii muuxannoo qaban waliin isin tajaajilla."
03/10/2026
Grand Valley Hospital Vacancy Announcement
🩺 Dhibee yaala fayyaa keessaniif yeroo kamiyyuu, bakka kamirraayyuu nuuf bilbilaa !
✅️Hospitaala Giraandi Vaalii
🏥✨
! ✨🏥
🌿 “Fayyaa jechuun gammachuu jireenyaati!” Nuti immoo gammachuu keessan eegsisuuf yeroo hunda qophiidha.
💙 Tajaajila ammayyaa, qulqullina ol'aanaa fi ogeessota muuxannoo qaban waliin isin simanna.
📍 Maaliif Hospitaala Giraand Vaalii filattu?
✅ Tajaajila fayyaa amanamaa.
✅ Ogeessota ogummaa fi kabajaan tajaajilan.
✅ Qorannoo fi yaala yeroo ammayyaa.
✅ Simannaa bareedaa fi kununsa gaarii.
✅ Tajaajila saffisaa
👨⚕️👩⚕️ Fayyaa keessaniif murannoo keenya:_
🤝 Amanamummaa
💚 Jaalala hojii
⚡ Saffisummaa tajaajilaa
🌍 Kununsa namummaa irratti hundaa’e.
📸 Har’a nu daawwadhaa; garaagarummaa tajaajilaa keenya ofii keessaniif ragaa baatu !
📌 Hospitaala Giraand Vaalii – Magaalaa Jimmaa
📞 Tajaajila fayyaa, amanamummaa fi qulqullinaan guutame argachuuf !
Hospitaala Giraandi Vaalii
Keessan Taasisaa !!
https://www.facebook.com/profile.php?id=100092310164994
️ “Hospitaalli Giraand Vaalii :- Bakka namni yaalii fayyaa gahaa argatu, abdii isaa haaromsu fi gammachuu itti argatuudha.”
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Hospitaala Giraandi Vaalii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.