keetiin booni
Jimma
07/03/2025
Baatiin kun baatii dhiifamaati. Akkuma Rabbiin badii teenya cufaaf dhiifama nuuf godhuu barbaannutti, nutis namoota birootiif dhiifama gochuuf carraaquu qabna. Haada firummaa citte haa sufnu. Hariiroo hiriyyummaa cabde haa suphinu. Wantoota kanniin raawwatuudhaaf niyyaa keenya haa tolfannu. Yoo san Rabbilleen nuuf laaffisa.
Nama walii dhiisee, Rabbilleen isaaniif dhiisu nu haa taasisu
07/03/2025
24/02/2025
Yaa Rabbii waan ofi jaalattun nu jaaladhu
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Jimma