KIYA .Com
Alhamdulillah
15/06/2025
Uzbeekistaan seenaa ishee keessatti yeroo jalqabaaf waancaa addunyaaf erga darbitee booda miseensota garee hundaaf kennaa konkolaataa kenniteetti...
Dubbiin akkana ❤
12/06/2025
🇩🇪🔴Liverpool Florian Wirtz yuuroo miliyoona 150 Leverkusen irraa mallatteesisuuf waliigale jijjiirraan kun
🥇 seenaa Bundesliga kerssatti jijjiirraa qaalii dha.
🥇 seenaa Liverpool keessatti jijjiirraa qaalii dha.
🥇 Seenaa Premier League keessatti jijjiirraa qaalii dha❤
𝑹𝑬𝑪𝑶𝑹𝑫 𝑺𝑰𝑮𝑵𝑰𝑵𝑮! 🤯💰
02/06/2025
🥰
PSG'n waancaa Chaampiyoonsi Liigii jalqabaasaa kaase📚🏆
👇https://youtu.be/yR492cJflYs?si=gPiNrQJUlB8gtHv1
01/06/2025
✍️Ousmane Dembele taphataan miilaa bitaa fi mirgaa balandor bara kanaaf kaadhimamaa jalqabaa ta'ee jira❤
•Tqpha 54 taphate
• Goolii 35 galche
• kubbaa gooliif taatu 13 mijeessee kenne.
• Goolii fi assist 48 G/A tapha 54
• Ligue 1 Golden Boot 🎖️
• Ligue 1 🏆
• Coupe de France 🏆
• French Super Cup 🏆
• Champions League 🏆
✍️Waancaa Treble injifate
OUSMANE DEMBÉLÉ. Fantastique. ❤️💙✨
31/05/2025
Goal⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️
PSG 5 - 0 Inter Milan
S.Mayulu daqiiqaa 86 irratti galcheera.
👉t.me/T_ispoortii
Click here to claim your Sponsored Listing.