Abde zakir

Abde zakir

Share

7- Kan arge hunda qabuuf kan
yaale, guyyaa tokko bofa qabee
hiddama.

14/08/2025

Itoophiyaa Teessee dubaayitti jaallachuun barmaatilee miidhaa fidan keessaa isa tokko🙄

01/08/2025

Akkamitan Qarshii

Sammu koo kessaa
Jiru Gara Bankii kooti
Nannessu Danda'aa🙏🤔🤣

27/07/2025

💥Dubbadhe si midhurra tuffadhe si dhisuun filaadhee🙏

25/07/2025

Bankii nuti amaanne qarshi Miliiyoona Meeqa biraa keewwaannutu nu shakke iskiiritto mukaatti hidhaatem.
Gudi taane jedhe gurbaan

22/07/2025

Akka namni yeroo hunda waa'ee kee yaadu yoo barbaade Qarshii irraa liqeeffadhu.😂😁

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Jimma