Abdule Boneya jimma
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdule Boneya jimma, Health/Beauty, jimma, Jimma.
01/09/2025
🇮🇳🇨🇳 Yeroo doorsiisi Ameerikaa itti hammaatetti Chaayinaa kan daawwatan Ministirri muummee Indiyaa kanaan booda hariiroon Chaayinaa waliin qaban kan michummaa malee kan masaanummaa akka hin taane ibsan.
Biyyoonni lameen maalirratti waldhabanii turan?
👇👇
Chaayinaa fi Indiyaan yaa'ii irratti 'michuu malee masaanuu' akka walii hin taane waadaa galan - BBC News Afaan Oromoo Shi Jinping Chaayinaa fi Naarendraa Moodi Indiyaa walga'ii Raashiyaa Vilaadmir Putiinis irratti hirmaataa jiru irratti qodaatti wal arganii mari'achuun michuummaa cimfachuuf dhaadatan.
01/09/2025
Godiina Geediyootti sigiga lafaa mudateen namoonni 26 du'uu bulchaan godiinichaa BBCtti himan.
Guutuusaaf 👉🏿👉🏿 https://bbc.in/3JEZEyp
01/09/2025
Naayijeeriyaatti dubartiin "Nabiyyuu Mohaammad arrabiste" jedhamte abiddaan gubamtee ajjeefamte
https://bbc.in/4p2yQrS
16/08/2025
Who love this man?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Jimma