Nimona Yomiyu

Nimona Yomiyu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nimona Yomiyu, Health/Beauty, Oromia, Oromia.

05/09/2025

Duratti manni hakiimii ykn hospitaalli yaalanii nama fayyisu. Kan ammammoo birrii fudhatanii nama ajjeesu

28/08/2025

Nama lubbuudhaan jiruuf siidaan ni ijaaramaa? Moo dhaabiitti ajjeesanii???

28/08/2025

Kun seenaaf haa teessuu. Gowwaan of kabalee booha jedha oromoon

28/08/2025

Maaltu biyyoota kaan irraa adda isaan godhaa
Norway, Sweden, Finland, Iceland, Canada, Russia, and the United States (Alaska)

23/08/2025
23/08/2025

Xiqqoo dubartiinni hin baayyennee miseensa cafee oromiyaa kanatti?

19/08/2025

Mootummaan jiraachuu uummataa yaadu gabaan tasgabbeessa.

19/08/2025

Hojjetaan mootummaa Kun ni raatahemo? Amma kana miindaatu dabalame jedhee awwaara kaasay?

09/08/2025

Kaan YouTube irraa waan qallabamuu ishee hoifachuuf rakkata. Kaan dhiiga namaan beekamtiif ..

09/08/2025

Silas garbummaaf fi bilisummaa adda baafachuu dhabuun kasaaraa heddeef nama saaxila

09/08/2025

Ilaalla farshoo tana akkanni keecha danfu

Category

Telephone

Website

Address

Oromia
Oromia

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nimona Yomiyu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Oromia.