O͎r͎o͎m͎i͎y͎a͎a͎

O͎r͎o͎m͎i͎y͎a͎a͎

Share

Follow this page Every human being

Photos from O͎r͎o͎m͎i͎y͎a͎a͎'s post 03/07/2025

Iraan suphaa buufata niwukilaraa Foordoo eegalte
*********
Erga Ameerikaan buufata gabbisa niwukilaraa Foordoo Iraan rukuttee booda Iraan bakka kanarratti hojii eegaluushee suuraaleen saatalaayitii nimirkaneessu jechuun ‘The New York Times’ gabaaseera.

Suuraan saatalaayitii bakka boombiin Ameerikaa itti kufee miidhaa geessise akka agarsiisutti, kireenoonni qotuuf oolan naannawa sanatti hojiirra jiru.

Suuraaleen teknoloojii saatalaayitii Maaksir jedhamun qabaman, konkolaattonni biroo hedduun naannawa buufata sanaatti akka mul’atan gabaasni kun eereera.

Giddugala Qorannoo Idiladdunyaatti Giddugala Xiinxala Tarsiimoofi Fakkii keessatti ogeessa olaanaa kan ta’an Joozeef S. Bermudeez, “Boolla bishaanii waan gamaaggamaa jiran fakkaata,” jedhaniiru.

Suuraaleen kunniin lammiileen Iraan maaltu akka ta’eefi dhaabbaticharra miidhaan hangamii akka qaqqabe qorachuuf adeemsa jalqabuusaanii nutti agarsiisaa jiru jedhan ogeessi kun.

Ogeessi kun ittidabaluudhaan, lammiileen Iraan miidhaa qaqqabe madaaluuf daandiifi meeshaalee haaraa ijaaraman fayyadamaa akka turan himaniiru.

Haleellaa Ameerikaa erga qaqqabee guyyaa tokko booda Israa’el daandii gara buufata niwukilaraa Foordoo geessu rukuttetti jedhameera.

Odeeffannooleen suuraalee saatalaayitii bu’uureffachuu bahan akka agarsiisutti suphaan kun ariitiin eegalamuusaa agarsiisu jechuun ‘The New York Times’ wabeeffachuun Gaazexaa Pilaa gabaaseera.

01/06/2025

Shaayiin salphaan kun dhukkuba tiruu, dhukkuba sukkaaraa, kolestroolii olka'aa, dhiibbaa dhiigaa, dhukkubbii lafee fi dhukkuboota biroo hedduu irratti baay'ee gargaaruu danda'a!

This simple cup of tea can help a lot with kidney disease, diabetes, high cholesterol, high blood pressure, joint pain and many other diseases! + 2 best ways to make guava leaf tea will be revealed.

ይህ ቀላል ኩባያ ሻይ በኩላሊት በሽታ, በስኳር ህመም, በከፍተኛ ደመወዝ, ከፍተኛ የደም ግፊት, መገጣጠሚያ እና በሌሎችም በሽታዎች ሊረዳ ይችላል! .

26/01/2025

AI in Ethiopia

26/01/2025

Thanks

26/01/2025

Where is the money!!

01/05/2023

Follow oromiyaa page please yaa
lammii koo

Follow
follow

coming Soon

01/05/2023

Fuula kana follow gootu malee hin darbiin❤❤

100k Guyyaa 30 qofattii achii bodaa hojjittii galuuf teena waa'ee oromiyaa

Seena ofii himataan malee ormii namaaf hin himuu!!

11/02/2023

Follow godhii oromiyaa biyyaa teetii😍😍

Website

Address

O͎r͎o͎m͎i͎y͎a͎a͎
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when O͎r͎o͎m͎i͎y͎a͎a͎ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Shashemene.